Oduu biyya keessaa Waajjira Nageenyaa fi Misoomaa waloo ijaaruuf dhagaan Bu’uuraa kaa’ame Sifen Megersa Feb 11, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuuzitti Waajjira Nageenyaa fi Misoomaa waloo Beenishaanguul Gumuuzi fi Oromiyaa ijaaruuf dhagaan bu’uuraa…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Shimalliis Abdiisaan magaalaa Asoosaa galaan Obse Wakgari Feb 11, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)-Preezdaantiin Naannoo Oromiyaa obbo Shimalliis Abdiisaan naannoo Beenishaanguul Gumuuz magaalaa Asoosaa galaniiru. Preezdaantichi Buufata Xiyyaaraa…
Oduu biyya keessaa Wixineen seeraa HR 6600 jedhamu Ityoophiyaa ilaalchisee qophaa’e akka hin raggaane sochiin eegalame Sifen Megersa Feb 11, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC) – Wixinee seeraa Ityoophiyaa ilaalchisee Miseensota Paartii Kongirensii Diimookiraatootaa fi Rippaablikaanootaan qopha’e akka hin raggaane…
Biiznasii Baatiiwwan 6 darbanitti daldala al-ergiirraa galiin Doolaarri miiliyoonni 104 ol argamuu ibsame Ayana Dheressa Feb 11, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Baatiiwwan 6 darbanitti oomishaalee Paarkiiwwan Indaastirii gabaa alaaf ergaman irraa galiin Doolaarri miiliyoonni 104 ol argamuu ibsame.…
Oduu biyya keessaa Kolfee Qaraaniyoo naannoo Kaampii Chaayinaatti balaan ibiddaa qaqqabe to’atame Obse Wakgari Feb 11, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Kolfee Qaraaniyoo naannoo Kaampii Chaayinaatti balaan ibiddaa qaqqabe to’atameera. Balaan ibiddaa kun sheedoota…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Shimallis Mana Barnootaa Ifaa Boruu magaalaa Gambeellaatti ijaarramuuf dhagaa bu’uuraa… Sifen Megersa Feb 11, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Mana Barnootaa sadarkaa 2ffaa Ifaa Boruu magaalaa Gambeellaatti…
Oduu biyya keessaa Naannoon Oromiyaa fi Gaambeellaa hojiiwwan misoomaa fi nageenyaarratti waloon hojjechuuf waliigaltee… Obse Wakgari Feb 11, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa fi Gaambeellaa hojiiwwan misoomaa fi nageenyaa naannolee lamaanii waggoottan shanaan dhufaaniirratti waloon hojjechuuf…
Oduu biyya keessaa Misoomni qamadii jallisii yeroo gabaabaa keessatti wabii nyaataa mirkaneessuu dandeessisa- Obbo… Ayana Dheressa Feb 11, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Misoomni qamadii jallisii bonee yeroo gabaabaa keessatti wabii nyaataa mirkaneessuu fi jireenya lammiilee fooyyessuu kan dandeessisuu ta’uu…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni magaalichaa deeggarsa dhaabbilee barnoota waraanaan miidhamaaniif ooluu taasisan Obse Wakgari Feb 11, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Ministeerri Barnoota dhaabbilee barnoota barbada’aan deebisee dhaabuuf karoora qabateen hojii sagantaa deeggarsa sassabuu kun waajjira olaanaa…
Idil Addunyaa Gamtaan Afrikaa fi Dhaabbanni Hojjettoota Addunyaa waliin hojjechuuf waliigaltee waliif… Ayana Dheressa Feb 11, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Gamtaan Afrikaa fi Dhaabbanni Hojjettoota Addunyaa dhimmoota garaagaraarratti waliin hojjechuuf waliigaltee waliif mallatteessan. Waliigaltecha…