Aadde Zahaaraa Humad Pirezidaantii Liigii Dubartootaa Paarti Badhaadhinaa ta’uun filaman
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Yaa’ii 1ffaa Liigii Dubartootaa Paartii Badhaadhinaarratti filannoo Pirezidaantii fi Ittaanaa Pirezidaantii gaggeeffameen dubartoonni 744 sagalee…