Dhaabbileen hojii isaanii qorannoon deeggaruun guddina biyyaatiif ga’ee irraa eegamu ba’achuu…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) –Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa dabalatee dhaabbileen biyyattii keessa jiran hojii isaanii qorannoon deeggaruun guddina biyyaatiif gahee irraa eegamu…