Oduu biyya keessaa Qo’annoon qorannoo fi ce’umsa teknolojii saffisiisa jedhame ifoome Debela Tadesse Jun 10, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) – Fooramii yuunivarsiitii indaastirii hundeessuun qorannoo fi ce’umsa teekinooloojii saffisiisuuf ni gumaacha kan jedhamee qo’annoon ifoome.…
Oduu biyya keessaa Qorannoon dabalataa sarbama mirga namoomaa raawwataman jedhamerratti DhMG gaggessuuf karoorfate… Ayana Dheressa Jun 10, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) – Qorannoon dabalataa sarbama mirga namoomaa raawwataman jedhamerratti Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii gaggessuuf karoorfate fudhatama kan hin qabne…
Idil Addunyaa Moozaambiik Miseensa Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii taate Debela Tadesse Jun 10, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) – Moozaambik sagalee Miseensotaa Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 192 argachuun miseensa mana marichaa taateetti.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Dirree Dawaatti naannawaa daldalaa bilisaa eegalchiisuuf mariin gaggeeffame Ayana Dheressa Jun 10, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) – Magaalaa Dirree Dawaatti naannawaa daldalaa bilisaa eegalchiisuuf mariin gaggeeffamuu ibsameera. Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistikii…
Oduu biyya keessaa Simpooziyeemiin misooma qabeenya bishaanii idil addunyaa 20ffaan Yuunvarsiitii Arbaa Minicitti… Debela Tadesse Jun 10, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) – Simpooziyeemiin misooma qabeenya bishaanii idil addunyaa 20ffaan Yuunvarsiitii Arbaa Minicitti gaggeeffamaa jira. Simpooziyeemicharratti…
Biiznasii Biirichi hanga baatii Eeblatti galii Mana qopheessaarra Birrii biiliyoona 6.2 walitti qabuu beeksise Ayana Dheressa Jun 10, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) – Biiroon Galiwwanii Oromiyaa hanga baatii Eeblatti galii Mana qopheessaarraa Birrii biiliyoona 6.2 walitti qabuu beeksiseera. Waltajjiin gamaaggama…
Oduu biyya keessaa Hojiin ijaarsa Manneen Barnootaa Bu’uura Boruu bara kanaa eegale Ayana Dheressa Jun 10, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) – Hojiin ijaarsa Manneen Barnootaa Bu'uura Boruu bara kanaa eegaleera. Naannoo Oromiyaatti bara kana tajaajila lammummaatiin manneen barnootaa Bu'uura…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Jibuutii seenan Debela Tadesse Jun 10, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa Abiy Ahmad daawwannaa hojiif Jibuutii seenaniiru. Muummeen Ministiraa Abiy turtii isaanii Soomaaliyaa xumurun Jibuutuu oggaa…
Ispoortii Ityoophiyaa 2 – 0 Ijipti Sifen Megersa Jun 9, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 2 , 2014 (FBC) –Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha Gulaallii Waancaa Afrikaa 2023f gaggeessaa jiruun gita isaa Ijipti goolii 2 fi 0n injifateera.…
Oduu biyya keessaa Hawaasaa fi qaamolee nageenyaa qindeessuun finxaalessummaa ittisuuf ni hojjetama-Dooktar Qana’aa… Ayana Dheressa Jun 9, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Hawaasaa fi qaamolee nageenyaa qindeessuun finxaalessummaa ittisuuf kan hojjetamu ta’uu Hogganaan Biiroo Bulchiinsaa fi Nageenyaa Magaalaa Finfinnee…