Daldaltoota dhadhaa wantoota farra fayyaa ta’an waliin walitti makuun gurguruuf turan irratti…
Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) – Daldaltoota dhadhaa kiiloo giraama kuma 5tti siquu wantoota farra fayyaa ta’an waliin walitti makuun gurguruuf turan irratti tarkaanfiin fudhatameera.…