Yuunvarsiitiin Jimmaa mana kitaabaa biyyoolessaaf kitaaboota gosa adda addaa kuma 3 arjoome
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Jimmaa mana kitaabaa biyyoolessaaf kitaaboota gosa adda addaa kuma 3 arjoomeera.
Yuunvarsiitiichi kaka’umsa Muummee Ministiraa Abiy…