Weerara gareen Shororkeessaa ABUT naannoo Afaaritti raawwateen qabeenyi hedduun barbadaa’uu ibsame
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Weerara gareen Shororkeessaa ABUT naannoo Afaar aanaalee 4 keessatti raawwateen qabeenyi hedduun barbadaa’uu ibsameera.
Garichi iddoolee…