Oduu biyya keessaa Magaalaa Gudaritti rasaasni kumni 3 fi 206 to’atame Obse Wakgari Mar 10, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Lixaa aanaa Tokkee Kuttaayee magaalaa Gudaritti rasaasni seeraan alaa garee Shororkeessaa Shaneef geejjibsiifamaa ture kumni 3 fi 206 …
Idil Addunyaa Ministiroonni Alaa Raashiyaa fi Yuukreen Turkitti mari’ataa jiru Sifen Megersa Mar 10, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Ministiroonni dhimma Alaa Raashiyaa fi Yuukreen waliigaltee dhukaasa dhaabuu taasiisuuf Turkitti mari’ataa jiraachuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Dhiibbaan Jijjiirrama qabeenya Qilleensaa Ityoophiyaa yeroo gara yerootti dabalaa dhufuu ibsame Sifen Megersa Mar 10, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Dhiibbaan Jijjiirrama qabeenya Qilleensaa Ityoophiyaa yeroo gara yerootti dabalaa dhufuu Inistiityuutiin Qorannoo Imaammataa Ityoophiyaa beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni olaanoon dhaabbata deeggarsaa Ameerikaa buqqaatoota naannoo Afaar daawwatan Sifen Megersa Mar 10, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Hoggantoonni olaanoon dhaabbata deeggarsaa mootummaa Ameerikaa haala buqqaatoota naannoo Afaar buufata aanaa Korii Guyyaahii keessatti…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Eeliyaas Kadiriin durfamu Warshaa oomisha Nooraa Gudar daawwate Sifen Megersa Mar 10, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Jilli Itti aanaa Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa obbo Eeliyaas Kadiriin durfamu Godina Shawaa Lixaa aanaa Tokkee Kuttaayeetti Warshaa Oomish…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni Emmireetoota Araba Gamtoomanii Gaanfa Afrikaatti deeggarsa namoomaaf kan oolu doolaara… Obse Wakgari Mar 10, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Emmireetoota Araba Gamtoomanii Gaanfa Afrikaatti deeggarsa namoomaaf kan oolu doolaara miiliyoona 85 ifoomseera. Deeggarsichi…
Fayyaa Guyyaan Kalee addunyaa tajaajila qorannoo fi yaala bilisaa Kaleetin kabajamaa jira Obse Wakgari Mar 10, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Guyyaan Kalee addunyaa magaaloota garagaraatti tajaajilaa qorannoo fi yaala bilisaa Kaleetin kabajamaa jira. Ityoophiyaatti yeroo amma kana…
Ispoortii Taphoonni Priimayeer Liigii Ityoophiyaa sababa tapha garee biyyaaleessan yeroo 3ffaaf adda cite Obse Wakgari Mar 10, 2022 0 \Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Taphoonni Priimayeer Liigii Ityoophiyaa sababa tapha gareen biyyaaleessaa gita isaa Koomooroos waliin qabuun yeroo 3ffaaf adda citeera. Taphoonni…
Oduu biyya keessaa Abbootiin amantaa qaamolee nageenyaa cinaa dhaabbachuun nageenya amansiisaa fiduuf hojjechuun qabu… Obse Wakgari Mar 10, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC)-Bulchiinsa magaalaa Shaashamanneetti konfaransiin nageenyaa dhaabbilee amantaa gaggeeffamaa jira. Abbootiin amantaa waltajjicharratti hirmaataan…
Oduu biyya keessaa Lammiilee Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa jiran gara biyyaa deebisuuf qophiin duraa… Sifen Megersa Mar 10, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Lammiilee Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa jiran gara biyyaa deebisuuf qophiin duraa xumuramuu Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa…