Oduu biyya keessaa Qaammee 3 Guyyaa Milkaa’inaa Sifen Megersa Sep 8, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2017 (FMC) –Qaammeen 3 Guyyaan Milkaa'inaa har'a mata duree 'Milkaa'ina olka'iinsa waaraaaf' jedhuun kabajamee oola. Guyyaa kana milkaa'inoota darbaniif kan…
Oduu biyya keessaa Afrikaa fi Kaaribiyaan miidhaawwan irra ga’aniif waloon haqa gaafachuu qabu – Mahaammad Alii yusuuf Tsehay Guluma Sep 7, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2017(FMC) - Afrikaa fi Kaaribiyaan miidhaawwan yeroo kolonummaa irra ga’aniif waloon haqa gaafachuu qabu jedhan Komishinarri Gamtaa Afrikaa Mahaammad Alii Yusuuf.…
Oduu biyya keessaa Sheek Hajii Ibraahim Tufaan Pireezidaantii Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa ta’uun… Tsehay Guluma Sep 7, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2017 (FMC)– Sheek Hajii Ibraahim Tufaan Pireezidaantii Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa ta’uun filamaniiru. Filannoon Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa…
Oduu biyya keessaa Nageenya waareessaa imala guddina Itiyoophiyaa saffisisuuf waloon cichoomuu qabna- Obbo Tamasgeen… Tsehay Guluma Sep 7, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2017 (FMC)– Nageenya waareessaa imala guddina Itiyoophiyaa saffisisuuf waloon cichoomuu qabna jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaa obbo Tamasgeen xurunaan . Obbo…
Oduu biyya keessaa Yaa’ichi ajandaalee Jijjiirama Qilleensaaf furmaata ta’anirratti xiyyeeffata- Dooktar Fitsuum… Tsehay Guluma Sep 7, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2017 (FMC) –Yaa’iin 2ffaa Jijjiirama Qabeenya Qillensaa Afrikaa ajandaalee jijjiirama qabeenya qilleensaaf furmaata ta’anirratti xiyyeefataa jedhan Ministirri…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaantii Angoolaa waliin mari’atan Tsehay Guluma Sep 7, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2017(FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Angoolaa fi Dura Taa’aa Gamtaa Afrikaa kan ammaa Ju’aawoo Loorenchoo waliin mari’atan. Dooktar…
Oduu biyya keessaa Kantiibaan magaalaa Finfinnee Guyyaa Gamtaa sababeeffachuun maaddii qoodan Tsehay Guluma Sep 7, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2017(FMC) - Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Qaammee 2 Guyyaa Gamtaa sababeeffachuun jiraattota magaalichaa kuma 500 oliif maaddii qoodaniiru.…
Oduu biyya keessaa Wiiliyaam Ruutoon Finfinnee galan Tsehay Guluma Sep 7, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon Yaa’ii Afrikaa- Kaaribiyaanii fi Yaa’ii 2ffaa Jijjiirama Qabeenya Qilleensaarratti hirmaachuuf Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Hedduminni humna mo’attummaa walooma cimsuudha – Obbo Mahaammad Idriis Tsehay Guluma Sep 7, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2017 (FMC) - Hedduminni humna mo'attummaa walooma cimsuu dha jedhan Ministirri Ministeera Nageenyaa Mahaammad Idriis. Guyyaa Gamtaa mata duree "Hedduminni faayaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaaf waloomni iccitii guddummaa fi birmadummaati- Aadde Sa’aadaa Tsehay Guluma Sep 7, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2017 (FMC)- Qaammeen 2 Guyyaan Gamtaa sadarkaa Naannoo Oromiyaatti mata duree “Heddumminni Faayaa Itiyoophiyaa” jedhuun Magaalaa Shaashamanneetti sirnoota garaa garaan…