Oduu biyya keessaa Sirni owwaalchaa obbo Amaan Fissahatsiyoon raawwatame Yonatan Birhanu Feb 19, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 12, 2018 (FMC) – Sirni owwaalchaa hundeessaa fi hoji geggeessaa duraanii Televiizyina EBS obbo Amaan Fissahatsiyoon raawwatameera. Sirnichi bakka awwaalchaa…
Oduu biyya keessaa Jijjiiramni Naqamteetti agarre abdii guddaa nutti hore – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Feb 19, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 12, 2018 (FMC) – Jijjiiramni Naqamteetti agarre abdii guddaa nutti hore jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Sammuu Afrikaa jijjiiruu, tasgabbii…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Misooma Koriidarii baadiyyaa jireenya qonnaan bultootaa jijjiiruu danda’u guutuu… Sifen Megersa Feb 19, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 12, 2018 (FMC) – Sagantaan Misooma Koriidarii baadiyyaa jireenya qonnaan bultootaa jijjiiruu danda’u guutuu biyyattiitti babal’ataa jira jedhan Ministirri Muummee FDRI…
Oduu biyya keessaa Guraandhalli 12 Itiyoophiyaaf dabarsanii of kennuun murtoo guddaa ta’uu kan nu barsiisedha-… Ayana Dheressa Feb 19, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 12, 2018 (FMC) – Guyyaan yaadannoo wareegamtootaa Guraandhalli 12 Itiyoophiyaaf dabarsanii of kennuun murtoo guddaa ta’uu kan nu barsiisedha jedhan Pirezidaantiin FDRI…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Loojii Ikkoo Sorgaa saffisaan raawwatamaa jira – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Feb 19, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 12, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa Loojii Ikkoo Sorgaa Hara Sorgaarratti raawwatamaa jiru daawwataniiru. Loojiin Ikkoo Sorgaa Hara…
Oduu biyya keessaa Ummanni Dambi Doolloo jaalalaa fi gochaan waan tokko raawwachuu keessa isaanii jiru ajaa’iba –… Sifen Megersa Feb 19, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 12, 2018 (FMC) – Ummanni Dambi Doolloo, keessumaa Dargaggoonni jaalala fi gochaan waan tokko raawwachuu keessa isaanii jiru ajaa’iba ta'ee argeera jedhan Ministirri…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa Indaastirii Qindaa’aa Nyaataa Buusaa Gonofaa Oromiyaa eegalchiisan Sifen Megersa Feb 19, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 12, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa Indaastirii Qindaa’aa Nyaataa Buusaa Gonofaa Oromiyaa eegalchiisaniiru. Indaastirichi daakuu…
Oduu biyya keessaa Guyyaan yaadannoo wareegamtoota waggaa 89ffaan kabajamaa jira Sifen Megersa Feb 19, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 12, 2018 (FMC) – Guyyaan yaadannoo wareegamtoota Guraandhalli 12 waggaan 89ffaan kabajamaa jira. Mallattoo garbummaaf bitamuu diduu lammiilee Itiyoophiyaa kan ta'e…
Oduu biyya keessaa Qonnaan bultoonni oomishuu qofa osoo hin taane oomisha isaanirraa sona dabalaa jiru – Dooktar… Sifen Megersa Feb 19, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 12, 2018 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Warshaa Daakuu Waldaa Hojii Gamtaa Qonnaan Bultoota Gibee Dhidheessaa daawwataniiru. Qonnaan bultoonni…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Piroojektii misooma jallisii Arjoo Dhidheessaa daawwatan Sifen Megersa Feb 18, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad haala ijaarsi Piroojektii misooma jallisii Arjoo Dhidheessaa irra jiru daawwataniiru. Piroojektichi…