Yuuniivarsiitiiwwan gaaffilee uummataf deebii qorannoo fi qo’annoon deggerame kennuu qabu jedhame
Finfinnee, Ebla 30,2017 (FMC)- Oomishaa fi oomishtummaan akka guddatu, barnoonni qulqullina qabu akka jiraatuu fi fayyaan Hawaasaa akka eegamuuf gaaffii uummata irraa dhiyaatuuf…