Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Rajab Xayip Eerdowaan Finfinnee galan Sifen Megersa Feb 17, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC) –Pireezidaantiin Turkiyyee Rajab Xayip Eerdowaan daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad wayita…
Oduu biyya keessaa Wayita soomanaa dhiifamni, Gaarummaa fi walgagargaaruun cimuu qaba – Abbootii Amantaa Sifen Megersa Feb 17, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC) – Wayita soomanaa Gaarummaa, dhiifama waliif gochuu fi walgagargaaruun cimuu qaba jedhan Abbootiin Amantaa. Soomni guddaan (Ayyaana Du’aa Ka’uu…
Oduu biyya keessaa Michummaa bara dheeraa Itiyoophiyaa fi Turkiyyee… Sifen Megersa Feb 17, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC) – Hariiroon Dippiloomaasii Itiyoophiyaa fi Turkiyyee bara Faranjootaa 1896 eegale. Turkiyyeen bara 1926 Itiyoophiyaatti Imbaasii ishee yoo bantu,…
Oduu biyya keessaa Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Dooktar Iyyoob Takkaalinyi Pirofeesar Jeefrii Saaksi waliin… Yonatan Birhanu Feb 17, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2018(FMC) - Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Dooktar Iyyoob Takkaalinyi Pirezidaantii Gamtaa Furmaata Misooma Waaraa Mootummoota Gamtoomanii Pirofeesar Jeefrii…
Ispoortii Waldorgommiin shaampiyoonaa Ispoortii manneen barnootaa Magaalaa Shaggar eegale Tsehay Guluma Feb 17, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC) –Wal-dorgommiin shaampiyoonaa Ispoortii manneen barnootaa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Sabbataatti gaggeeffamuu eegaleera. Dhaloota dorgomaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iiwwan Gamtaa Afrikaa fi Xaaliyaanii- Afrikaarratti milkaa’inni Dippiloomaasii argame –… Tsehay Guluma Feb 17, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan Yaa’ii Hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa fi Yaa’ii 2ffaa Xaaliyaanii – Afrikaarratti milkaa’ina dippiloomaasii faayidaa biyyaalessaa…
Oduu biyya keessaa Bilisummaa fi haqa qabeessummaa filannoo mirkaneessuuf hirmaannaan dargaggootaa murteessadha – Aadde… Sifen Megersa Feb 17, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC) – Haqa qabeessummaa, diimokiraasummaa, fudhatummaa fi bilisummaa filannoo guddisuuf hirmaannaan dargaggootaa daran murteessa jedhan Hoggantuun Biiroo…
Oduu biyya keessaa Qophii duula na filadhaa Paartii Badhaadhinaa fi IZEMA… Sifen Megersa Feb 17, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC) - Paartiin Badhaadhinaa fi Paartiin Lammiilee Itiyoophiyaa Haqa Hawaasummaaf filannoo Waliigalaa marsaa 7ffaaf qophii duula na filadhaa taasifneerra…
Oduu biyya keessaa Baatii Ramadaanaa waliiyaaduu fi walgargaaruun dabarsuu qabna – Sheek Ibiraahiim Tufaa Yonatan Birhanu Feb 16, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2018(FMC) - Baatii Ramadaanaa Guddicha walii yaaduu fi wal gargaaruun dabarsuu qabna jedhan Pirezidaantiin Mana Maree Dhimmoota Isilaamummaa Itiyoophiyaa Sheek…
Oduu biyya keessaa Komiiwwan wayita filannoo ka’aniif deebii hatattamaa seera bu’uureffate kennuuf ni hojjetama-… Ayana Dheressa Feb 16, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2018 (FMC) – Komiiwwan wayita filannoo ka’aniif deebii hatattamaa seera bu'uureffate kennuuf xiyyeeffannoon ni hojjetama jedhe Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa.…