Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan biqiltuu Eeritraaf ergite Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan haaluma biqiltuu biyyoota ollaaf laachuuf waadaa galteen marsaa jalqabaan Eeritraaf ergamuu Koreen Teeknikaa sagantaa Ashaaraa magariisaa…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Hargeessaa galan Obse Wakgari Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC)- Ministirr Deettaan Ministeera dhimma Biyyaa Alaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Somaalii Laandii Hargeessaa galan.…
Oduu biyya keessaa Humni adda waraanaa Maayixabiriin hulluuquun galuuf yaale rukatame Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Humni diinaa adda waraanaa Maayixabiriin hulluuquun galuuf yaale rukatamuu ibsame. Humni diinaa kun kaleessa sa’a 8 haleellaa raawwachuuf…
Oduu biyya keessaa Kuubaan hariiroo seenaa qabeessa Ityoophiyaa waliin qabdu cimsitee kan itti fuftu ta’uu ibsite Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Kuubaan Hariiroo fi tumsa hundagaleessa Ityoophiyaa waliin qabdu cimsitee kan itti fuftu ta’uu beeksiifteerti. Kuubaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Keeniyaan nageenyaa fi Badhaadhinaa Ityoophiyaaf deeggarsa taasiiftu cimsite kan itti fuftu ta’uu… Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Keeniyaan nageenyaa fi Badhaadhinaa Ityoophiyaaf deeggarsa taasiiftu cimsite kan itti fuftu ta’uu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Keeniyaa…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni aanaa Meettaa Walqixxee hiriira ba’uun Shanee balaaleffatan Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Godina Shawaa Lixaatti Jiraattoonni Aanaa Meettaa Walqixxee hiriira ba’uun gocha Shanee balaaleffataniiru. Gocha suukkanneessaa…
Fayyaa Karoorri sagantaa Fooyya’iinsa Ekisteenshinii Fayyaa naannoo Somaalee ifoome Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Karoorri sagantaa Fooyya’iinsa Ekisteenshinii Fayyaa naannoo Somaalee bakka Hoggansi Mootummaa Federaalaa fi naannoo argamanitti ifoomeera.…
Teeknooloojii Ityoo Teeleekoom tajaajila 4G magaalaa Gaambeellaatti eegalchiise Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Ityoo Teeleekoom tajaajila 4G Kibbaa Lixaa Damee Lixaa magaalaa Gaambeellaatti eegalchiiseera. Tajaajilli 4G LTE jedhamu kun tajaajila…
Teeknooloojii Konveenshinichi Akkaadamii Saayinsiin akka hogganamu murtaa’e Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Konveenshiiniin qorannoo,teeknooloojii fi walitti hidhaminsa Indaastirii Barnoota olaanoo Akkaadamii Saayinsiin akka hogganamuu murtaa'eera.…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Reeyichel Oomaamoo waliin mari’atan Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Keeniyaa Ambaasaaddar…