Biyyoota Albuudni keessatti ba’u hedduu keessaa Ityoophiyaan biyya tasgabbooftuu fi nagaa qabdu…
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Albuuda Baasaa Noorweey Akooboon Ityoophiyaatti Albuuda baasuuf eeyyama argachuun hojii eegaluu beeksiiseera.
Itti gaafatamaan Dhaabbata…