Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 73 olitti tilmaamaman to’annaa jala olaan
Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Baatii Adooleessaa 16 hanga 22, 2013tti Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 73 olitti tilmaamaman to’annaa jala oluu Ministeerri Galiiwwanii…