Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Zawdee Angoolaa galan Obse Wakgari Dec 17, 2021 0 Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee turtii isaanii Kootdivoowar xumuruun Angoolaa galaniiru. Preezdaantiittin turtii isanii Angoolaatin Preezdaantii…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Zawdee Angoolaa galan Obse Wakgari Dec 17, 2021 0 Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee turtii isaanii Kootdivoowar xumuruun Angoolaa galaniiru. Preezdaantiittin turtii isanii Angoolaatin Preezdaantii…
Oduu biyya keessaa Waajjirri Olaanaa Paartii Badhaadhinaa maatii duultota adda waraanaa 220 oliif deeggarsa taasise Ayana Dheressa Dec 17, 2021 0 Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Waajjirri Olaanaa Paartii Badhaadhinaa maatii duultota adda waraanaa bulchiinsa magaala Finfinneetti argaman 220 oliif deeggarsa daakuu fi zayita nyaataa…
Oduu biyya keessaa Jilli Preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu aanaa Booraa ganda Maallimaa Bariitti qamadii jallisiin… Obse Wakgari Dec 17, 2021 0 Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC)- Jilli Preezdaant Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu aanaa Booraa ganda Maallimaa Bariitti qamadii jallisiin misoome daawwateera.…
Oduu biyya keessaa Korporeeshiniin Misooma Paarkota Indaastirii naannoo Afaaritti lammiilee buqqa’aniif Birrii… Sifen Megersa Dec 17, 2021 0 Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Korporeeshiniin Misooma Paarkota Indaastirii naannoo Afaaritti lammiilee buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 15tti tilmaamamu akaakuun taasiiseera.…
Oduu biyya keessaa OBN godina Baalee Bahaatti hawaasa hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaata kuntaala 900… Obse Wakgari Dec 17, 2021 0 Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC)- Oromiyaa Broodkaastiing Netwoork godina Baalee Bahaatti hawaasa hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaata kuntaala 900 gumaacheera. Daayreektarri…
Oduu biyya keessaa Oomisha sibiilotaa biyya keessatti baayinaan oomishuuf meeshaaleen dheedhiin kan biyya keessan bakka… Ayana Dheressa Dec 17, 2021 0 Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Oomisha sibiilotaa biyya keessatti baayinaan oomishuuf meeshaaleen dheedhiin alaa galan kan biyya keessan bakka bu’uu akka qabu ibsame. Ministeerri…
Idil Addunyaa Chaayinaan weerara vaayrasii koroonaa haaraa torban 4 keessatti to’achuu akka dandeessu ibsame Ayana Dheressa Dec 17, 2021 0 Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Chaayinaan weerara vaayrasii koroonaa haaraa torban 4 keessatti to’achuu akka dandeessu ogeessi fayyaa biyyattii ibsan. Imaammata “zeeroo kooviid”…
Oduu biyya keessaa Taarifni Minii Baasotaa fi Taaksiwwanii har’aa eegalee hojiirra oolu ifoome Sifen Megersa Dec 17, 2021 0 Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti fooyya’insi gatii Taarifa Minii Baasotaa fi Taaksiwwanii har’aa eegalee hojiirra oolu ifoomeera. Biiroon Geejjiba…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Waldaalee Hojii Gamtaa qopheessummaa Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaatiin kabajamaa jira Obse Wakgari Dec 17, 2021 0 Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC)- Guyyaan Waldaalee Hojii Gamtaa Qopheessummaa Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaatiin Yeroo 3ffaadhaaf magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti kabajamaa jira.…