Oduu biyya keessaa Fulbaana 24 mootummaan akka hundeeffamuu ibsame Obse Wakgari Aug 31, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC)- Baatii Fulbaana 24 mootummaan akka hundeeffamuu Af-Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa obbo Taaggasaa Caafoon ibsaa gaazixeessitootaaf laataniin…
Biiznasii Bara baajatichaa meeshaaleen kontiroobaandii birrii biiliyoona 3.6 olitti tilmaamamu to’atame –… Sifen Megersa Aug 31, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC) - Bara baajataa 2013 meeshaaleen kontiroobaandii Birrii biiliyoona 3.6 olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksiise. …
Oduu biyya keessaa Biirichi bara barnootaa 2014tti barattoota miiliyona 11.7 ol galmeessuuf karoorsuu ibse Obse Wakgari Aug 31, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC)- Biiroon Barnootaa Oromiyaa bara barnootaa 2014tti barattoota miiliyona 11.7 ol galmeessuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu beeksiseera. Hojiin…
Fayyaa Naannoo Sidaamaatti ogeeyyii fayyaa kunuunsa maatiif beekkamtiin laatame Sifen Megersa Aug 31, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC) - Naannoo Sidaamaatti ogeeyyii fayyaa fi hojjettoota kunuunsa maatiif beekkamtiin laatameera. Hojjettoota weerara Covid -19 ittisuuf fi to’achuuf…
Oduu biyya keessaa Kutaa magaalaa Booleetti manneen jireenyaa 21 tola ooltummaan ijaarraman jiraattootaaf laataman Sifen Megersa Aug 31, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC) - Kutaa magaalaa Boolee aanaa 13tti manneen jireenyaa 21 dhaabbata "Ovid Group" jedhamuun ijaarraman jiraattootaaf laamaniiru. Manneen…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Samaraa lammiilee buqqa’aniif deeggarsa taasise Obse Wakgari Aug 31, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Samaraa naannoo Affaar godina Kiilabaatii aanaa Baarahilleerratti waraanaa gareen shororkeessaa ABUT baneen lammiilee buqqa’aniif deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Man-kuusaawwan USAID garee shororkeessaa ABUT’n saamamuun mirkana’e Obse Wakgari Aug 31, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC)- Man-kuusaawwan Dhaabbata Deeggarsaa Ameerikaa (USAID) garee shororkeessaa ABUT’n saamamuun mirkana’eera. Gareen shororkeessaa ABUT man-Kuusaawwan…
Oduu biyya keessaa Filannoo naannoo Hararitti kan gaggeeffamuu nagaan xumuruuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira Obse Wakgari Aug 31, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC)- Filannoo naannoo Hararitti kan gaggeeffamuu nagaan xumuruuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Biiroon Nageenyaa naannichaa beeksiseera. Hoggantoonnii…
Oduu biyya keessaa Adda waraanaa Maayitsabrii Cinaa fi Caanqii kan galee gareen shoroorkeessaa ABUT barbadeeffame Obse Wakgari Aug 31, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC)- Adda waraanaa Maayitsabrii Caanaa fi Ceenqi kan galee gareen shoroorkeessaa ABUT barbadeeffamuu hoggantoonni raayyaa ittisa biyyaa addichaa ibasniiru.…
Oduu biyya keessaa ‘Amma maallaqa osoo hin taane yeroo biyyaa fi ummata itti baraarrudha’ – Aadde Adaanach Sifen Megersa Aug 31, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC) - Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee raawwii hojii koree shira diinagdee fi hojmaata seeraan alaa ittisuu fi to’achuuf…