Ispoortii Maanchiisteer Yuunaaytiid 5 – 1 Liidis Yuunaaytiid Sifen Megersa Aug 14, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) – Taphoota Priimayer Liigii Ingilaand bara 2021/22 torbee jalqabaan Maanchiisteer Yuunaaytiid goolii 5 fi 1n Liidis Yuunaaytiid injifate. Tapha baniinsaa…
Oduu biyya keessaa Lammiilee naannoo Amaaraatii buqqa’aniif deeggarsa namoomaa dhiyaachaa jira jedhame Sifen Megersa Aug 14, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) – Komishiiniin Hoggansaa Ittisa Sodaa Balaa Federaalaa lammiilee naannoo Amaaraa qa'ee fi qabeenya isaaniirra buqqa'aniif deeggarsa taasisaa jiraachuu ibse.…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Madda Walaabuu barattoota ogummaa garagaraan barsiisaa ture eebbisiise Sifen Megersa Aug 14, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Yuunvarsiitiin Madda Walaabuu barattoota Kampaasota Roobee fi Goobbaatti ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 3 fi 110 eebbisiiseera.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti farreen nageenyaa 170 ol barbadaa’uu ibsame Sifen Megersa Aug 14, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Karaa Sudaaniin galuun naannichatti gochaa shororkeessummaa raawwaachuuf humnoon badii socho’aa turan 170 ol barbadaa’uu ibsameera. Naannoo…
Biiznasii Qaala’insi gatii duula waraana diinagdee akka ta’e agarsiisftuun jir – Dooktar Tashoomaa Addunyaa Sifen Megersa Aug 14, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Wayita ammaa kana qaala’iinsi gatii omishaaleerratti muul’ataa jiru waraanaa diinagdee ta’uusaa agarsiiftuun jiraachuusaan tarkaanfii…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitii Walqixxeetti jila Garee Ogeeyyii Aartif simannaan taasiifame Sifen Megersa Aug 14, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Jila garee ogeeyyii Aartii leenjiitoota Raayyaa Ittisa Biyyaa Onnachisuuf gara wiirtuu leenjii waraanaa Xollaayitti imalaa jiruuf Yuunvarsiitii…
Idil Addunyaa Hidhattoonni Taalibaan magaala guddoo Afgaanistaan to’achuutti dhiyaatan jedhame Sifen Megersa Aug 14, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Hidhattoonni Taalibaan magaala guddoo Afgaanistaan to'achuutti wayita dhiyaatan loltonni Ameerikaa dippiloomaatota baasuuf Kaabul galaa jiru jedhameera.…
Oduu biyya keessaa Ajajni Bahaa garee shororkeessaa barbadeessaa jira jedhame Sifen Megersa Aug 14, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Miseensoonni Ajej Bahaa Raayyaa Ittisaa Naannoo Afaariitti Humna garee Shororkeessaa ABUT barbadeessaa jiraachuu Meejar Jeneraal Balaay Siyyuum…
Oduu biyya keessaa “Finfinneetti Aadaa fi Afaan Oromoo dagaagsuun filannoo osoo hintaane dirqama keenya” – obbo… Sifen Megersa Aug 14, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Finfinnee keessatti aadaa, aartii fi Afaan Oromoo dagaagsuurratti xiyyeefatee hojjechaa jiraachuu Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Lammiilee sababa garee shororkeessaa ABUTtiin buqqa’aniif deeggarsi taasiifamaa jira jedhame Sifen Megersa Aug 14, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Naannoo Amaaraatti lammiilee sababa gochaa badii garee ABUT rawwataa jiruun qa'ee fi qabeenya isaanirraa buqqa'aniif deeggarsi taasifamaa…