Ispoortii Nageellee Arsiin Maqalee 70 Indartaa injifate Tsehay Guluma Feb 5, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 19ffaa har’a taphatameen Nageellee Arsiin Maqalee 70 Indartaa injifachuun morkii isaa cimsateera.…
Oduu biyya keessaa Gabateen haaraa KonkolaattootaaTajaajila Poolisii biyya madaalu kennuuf dandeessisa –… Tsehay Guluma Feb 5, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC) – Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eel gabateen haaraa Konkolaattootaa tajaajila Poolisii biyya madaalu kennuuf…
Oduu biyya keessaa Lubni Darajjee Jambaruu Pireezidaantii Mana Maree Manneen Amantaa Kiristaanaa Amantoota Wangeelaa… Tsehay Guluma Feb 5, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC) – Lubni Darajjee Jambaruu Pireezidaantii Mana Maree Manneen Amantaa Kiristaanaa Amantoota Wangeelaa Itiyoophiyaa ta’uun filatamaniiru. Manni Maree…
Oduu biyya keessaa Maaddiin harka cichoominaan hojjetuu guutuu dha, fuuldurattis guutee irraa dhangala’a –… Yonatan Birhanu Feb 5, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2018(FMC) - Ministirri Muummee Itti Aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa harki hojjetu maaddiin isaa guutuu, fuula duraattis guutee irra dhangala'a jedhan. Ergaa fuula…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Buufata Xayyaaraa Shaakkisoo qaama immaammata walitti hidhamiinsa samiifi lafaa naannichaa… Sifen Megersa Feb 5, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC) – Ijaarsi Buufata Xayyaaraa Shaakkisoo qaama immaammata Mootummaa Jijjiiramaa Naannoo Oromiyaa, walitti hidhamiinsa samiifi lafaa naannichaa dhugoomsuti…
Fayyaa Lammiileen miiliyoonni 63 ol fayyadamoo Tajaajila Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa ta’an Sifen Megersa Feb 5, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaatti Lammiileen miiliyoonni 63 ol fayyadamoo Tajaajila Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa ta’an jedhe Tajaajilli Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa…
Oduu biyya keessaa Mootummoonni Gamtooman hojiilee Misooma Turizimii Itiyoophiyaa dinqiisifate Tsehay Guluma Feb 5, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC)- Hojiileen Itiyoophiyaan Ikkoo Tuurizimii babal’isuuf hojjette kan dinqisifatamuudha jedhe Mootummoota Gamtoomanitti Dhaabbanni Tuurizimii.…
Oduu biyya keessaa Walga’iin Koree Waloo Raayyaa Ittisaa Itiyoo Keeniyaa xumurame Sifen Megersa Feb 5, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC) - Walga’iin Koree Waloo Raayyaa Ittisaa Itiyoo Keeniyaa guyyoota lamaan darbaniif Keeniyaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa ture xumurameera. Walga’iin kun…
Oduu biyya keessaa Amantoonni Wangeelaa nagaa fi tokkummaa biyyaaf akka tumsan waamichi dhiyaate Yonatan Birhanu Feb 5, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2018(FMC) - Manni Maree Manneen Amantaa Kiristaanaa amantootni Wangeelaa nagaa fi tokkummaa biyyaaf tumsuu qabu jedhe. Yaa'ii idileen waliigalaa 5ffaan Mana…
Oduu biyya keessaa Sabboonummaan barnoota, teeknooloojiifi misoomaan dhugoomuu qaba – Pir. Shimallis Abdiisaa Sifen Megersa Feb 5, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC)- Sabboonummaan barnoota, teeknooloojiifi misoomaan dhugoomuu qaba jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan.…