Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Ugaandaa Finfinnee galan Sifen Megersa Oct 4, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Ugaandaa Uweerii Muuseeveeniin sirna hundeeffama mootummaa haaraa Ityoophiyaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Preezdaant…
Oduu biyya keessaa Ministiroonni garaagaraa MM Abiy Ahimadiif ergaa baga gammaddanii dabarsan Sifen Megersa Oct 4, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2014 (FBC)- Muummeechi Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Alii yeroo 2ffaaf Muummee Ministiraa ta’uun filatamuu isaaniif Ministiroonni garaagaraa ergaa baga gammaddanii…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaakiir Finfinnee galan Sifen Megersa Oct 4, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaakiir Maayaardiit sirna hundeeffama mootummaa haaraa Ityoophiyaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Fuula…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach MM Abiy Ahimadiif erga baga gammaddanii dabarsan Sifen Megersa Oct 4, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2014 (FBC)-Muummeechi Ministiraa FDRE Abiy Ahimad Alii yeroo lammaffaaf muummeecha ministiraa Ityoophiyaa ta’uun waan filatamaniif maqaa kiyyaan, bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Rippaablika Diimookiraatawwaa Koongoo Finfinnee galan Sifen Megersa Oct 4, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa Rippaablika Diimookiraatawwaa Koongoo Jaan Miikeel Saammaa Luukoondeen Finfinnee galaniiru. Muummeen Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Somaaliyaa Mahaammad Abdullayii Faarmaajoo Finfinnee galan Sifen Megersa Oct 4, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Somaaliyaa Mahaammad Abdullayii Faarmaajoo Finfinnee galaniiru. Preezdaantiichi sirna hundeeffama mootummaa haaraa Ityoophiyaarratti…
Oduu biyya keessaa Obbo Taaggasee Caafoo Af Yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummaataa ta’uun filataman Obse Wakgari Oct 4, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessaa jiruun obbo Taaggasee Caafoo Af Yaa’ii mana marichaa…
Oduu biyya keessaa Ministirri alaa Aljeeriyaa Finfinnee galan Sifen Megersa Oct 4, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2014 (FBC) -Ministirri Ministera Dhimmaa Alaa Aljeeriyaa Raamaataan Laamaamooraan sirna hundeeffama mootummaa haaraa Ityoophiyaa irratti hirmaachuuf Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Naayijeeriyaa duraanii Oliiseengoo Abbaasaanjoo Finfinnee galan Sifen Megersa Oct 3, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Naayijeeriyaa duraanii Oliiseengoo Abbaasaanjoo hundeeffama mootummaa Ityoophiyaa haaraa guyyaa boru gaggeeffamurratti hirmaachuuf…
Oduu biyya keessaa Qulqullina barnootaa mirkaneessuuf Sadarkaa qorannoowwanii Fooyyessuu fi misooma Barsiisotaaf… Sifen Megersa Oct 3, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC) - Kolleejiin ‘East Africa’ Magaalaa Adaamaatti konfiransii qo'annoo fi qorannoo barnootaa jalqabaa gaggeesseera. Konfiransichi mate duree ‘qorannoo fi…