Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Naayijeeriyaa Finfinnee galan Sifen Megersa Oct 3, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Naayijeeriyaa Muhaammuduu Buhaariin hundeeffama mootummaa haaraa Ityoophiyaa guyyaa boru gaggeeffamurratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Preezdaantiin Seeneegaal Ityoophiyaa dhufuutti gammaduu ibsan Sifen Megersa Oct 3, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantiin Seeneegaal Maakii Saal Ityoophiyaa dhufuu isaanitti gammaduu ibsaniiru. Obboleessa koo Preezdaant…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Seeneegaal Finfinnee galan Sifen Megersa Oct 3, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Seeneegaal Maakii Saal hundeeffama mootummaa Ityoophiyaa guyyaa boruun gaggeeffamurratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Preezdaant…
Oduu biyya keessaa Manni Barumsaa Leenjii Bu’uura Loltummaa Birshalaqoo sirna baniinsa leenjii leenjitoota marsaa… Obse Wakgari Oct 3, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Manni Barumsaa Leenjii Bu’uura Loltummaa Birshalaqoo sirna baniinsa leenjii leenjitoota marsaa 35ffaa gaggeesseera. Ajajaa Olaanaan Mana…
Oduu biyya keessaa Komishinichi guyyaa boruu ganama sa’aatii 3 irraa eegalee daandiiwwan cufaa ta’an ifoomse Obse Wakgari Oct 3, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Komishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee guyyaa boruu sagantaa hundeeffamaa mootummaa haara sababbeeffachuun ganama sa’aatii 3 irraa eegalee daandiiwwan…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad qaamolee ayyaanni Irreecha Hora Harsadee nagaan akka xumuramuuf gumaacha taasisaan… Obse Wakgari Oct 3, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad qaamolee ayyaanni Irreecha Hora Harsadee nagaan akka xumuramuuf gumaacha taasisaan galateeffataniiru. MM Abiy fuula…
Oduu biyya keessaa Komishiniichi ayyaanni Irreecha Hora Harsadee karaa nagaan xumuramu ibse Obse Wakgari Oct 3, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Komishiniin Poolisii Oromiyaa ayyaanni Irreecha Hora Harsadee karaan nagaan xumuramu ibseera. Komishiinichi ayyanni Irreechaa Hora Harsadee rakkoo…
Ispoortii Atileet Sisaay Lammaa Maraatoonii Landaan injifate Obse Wakgari Oct 3, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Atileet Sisaay Lammaa dorgommi Maraatoonii dhiiroota 2021 har’a Landaanitti gaggeeffamee injifateera. Atileetichi saa’aatii 2 daqiiqaa 4 fi seekoondii…
Ispoortii Atileet Qaalkidaan Gazzaany rikkardii addunyaa meetira kuma 10 fooyyeessite Obse Wakgari Oct 3, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Dhalattuun Ityoophiyaa Atileet Qaalkidaan Gazzaany Jeeneevaatti figiicha meetira kuma 10 gaggeeffameen rikkardii addunyaa fooyyeessiteetti.…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Naayijeeriyaa Muhaammad sirna hundeeffama mootummaa haara Ityoophiyaarratti ni argamu Obse Wakgari Oct 3, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Naayijeeriyaa Muhaammad Buhaar sirna hundeeffama mootummaa haara Ityoophiyaarratti akka argaman gabaasni Naajiyeeriyaa Gaaridyaan ni…