Oduu biyya keessaa Manni Barumsaa Ifa Boruu sadarkaa 2ffaa Naqamtee eebbifame Sifen Megersa Jul 15, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee Kutaa Bulchiinsa Soorgaatti Manni Barumsaa Ifa Boruu sadarkaa 2ffaa Naqamtee eebbifameera. Manni Barumsaa kun…
Oduu biyya keessaa Mootummaan wabii nyaataa mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjetaa jira – Obbo Dhaabaa Dabalee Sifen Megersa Jul 15, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Qonnaan Bultootaa fi Horsiisee Bultoota godinaalee naannoo Oromiyaa 21f Paampiyyaan kumni 6 ol har’a magaalaa Mojootti dabarfameera. Baatii 3…
Oduu biyya keessaa Qonnaan alatti biyyaa jijjiiruun hin danda’amu – Obbo Shimallisa Abdiisaa Sifen Megersa Jul 15, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Qonnaan Bultootaa fi Horsiisee Bultoota godinaalee naannoo Oromiyaa 21f Paampiyyaan kumni 6 ol har’a magaalaa Mojootti dabarfameera. Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Sidaamaatti sagantaan eegalchiisa tajaajila kenna tola ooltummaa dargaggootaa waqtii gannaa… Sifen Megersa Jul 15, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Naannoo Sidaamaatti sagantaan eegalchiisa tajaajila kenna tola ooltummaa dargaggootaa waqtii gannaa gaggeeffameera. Sagantaa tajaajila…
Oduu biyya keessaa Hawaasni addunyaa yakka waraanaa gareen ABUT daa’immanirratti raawwachaa jiru balaaleffachuu qaba… Sifen Megersa Jul 15, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Gareen ABUT daa’immaan umrii malee waraaranarratti hirmaachaa jiru hawaasni addunyaa baleeffachuu akka qabu Ministir Deettaan Ministera Dhimma…
Oduu biyya keessaa Gochaa harcaatoonni garee ABUT Ityoophiyaa salphisuuf taasiisaa jiran xiiqiin qolchuuf kaaneerra –… Sifen Megersa Jul 15, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Gochaa harcaatoonni garee ABUT Ityoophiyaa salphisuuf taasiisaa jiran xiiqiin qolchuuf kaaneerra jedhan Preezdaantiin naannoo Sidaamaa Obbo Dassitaa…
Oduu biyya keessaa Naannoon Hararii uffataalee harlkanii Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiise Sifen Megersa Jul 15, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Bulchiinsi mootummaa naannoo Hararii uffataalee halkanii Birrii kuma dhibba 5 fi kuma 25 olitti tilmaamamu Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiiseera.…
Biiznasii Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa galii Birrii biiliyoona 1.6 walitti qabe Sifen Megersa Jul 15, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Abbaan Taayitaa Galiiwwan magaalaa Dirree Dawaa bara baajataa kana galii Birrii biiliyoona 1.6 ol walitti qabuu beeksiise. Bara baajatichaa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree magaalaa Finfinnee Dilbata dhufu yaa’ii idilee ni gaggeessa Sifen Megersa Jul 15, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Manni Maree magaalaa Finfinnee Dilbata dhufu yaa’ii idilee 3ffaa waggaa 8ffaa ni gaggeessa jedhame. Yaa’iichi gabaasa karooraa…
Oduu biyya keessaa Humni addaa Oromiyaa fi Sidaamaa gara naannoo dirqamatti bobba’e Sifen Megersa Jul 15, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Humni addaa naannoo Oromiyaa fi Sidaamaa gara naannoo dirqamaatti bobba’uu ibsameera. Humni addaa naannoo Sidaamaa iddoo dirqamaa ga’uu…