Oduu biyya keessaa Manni marichaa murtoowwan garaagaraa dabarse Sifen Megersa Jan 20, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2018 (FMC) – Manni Maree Ministirootaa Walga’ii idilee 52ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota adda addaarratti mari’achuun murtoo dabarseera. Haaluma kanaan:-…
Ispoortii Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan morkiin Intermiilaanii fi Arsenaal gidduutti taasifamu ni… Sifen Megersa Jan 20, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2018 (FMC) – Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 7ffaan har’aa eegaluun taphatamu. Taphni har’a halkan sa’aatii 5:00 eegalee Intermiilaan Arsenaal…
Ispoortii CAF Leenjisaa Garee Biyyaalessaa Seeneegaal hojiirra dhorke Tsehay Guluma Jan 20, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2018 (FMC) –Konfedereeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa (CAF) leenjisaa garee biyyaalessaa Seeneegaal Peeppe Tiyaawu hojiirra dhorkeera. CAF tapha xumuraa Waancaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Cuuphaa milkaa’inaan xumurame -Poolisii Federaalaa Yonatan Birhanu Jan 19, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2018 (FMC)- Ayyaanni cuuphaa Finfinnee dabalatee sadarkaa biyyaatti kabajame bakka hundatti milkaa'inaan akka xumurame Poolisiin Federaalaa Itiyoophiyaa beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen maanguddootaaf maaddii qoodan Ayana Dheressa Jan 19, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2018 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun sagantaa maanguddootaaf maaddii qooduufi bulukkoo uwwisuu…
Oduu biyya keessaa Yuuniivarsiitii Finfinnee yuuniivarsiitii Afrikaa Bahaarraa sadarkaa 1ffaa qabate… Ayana Dheressa Jan 19, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2018 (FMC) – Bu’uura sadarkaa yuuniivarsiitii addunyaa QS (QS World University Rankings) Yuunivarsiitiin Finfinnee Afrikaa Bahaarraa sadarkaa 1ffaa qabateera.…
Oduu biyya keessaa Imbaasiiwwan biyyoota garaagaraa Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Ayana Dheressa Jan 19, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2018 (FMC) – Imbaasiiwwan biyyoota garaagaraa Finfinneetti argaman Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Itiyoophiyaatti Imbaasiin…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen hojjettoota Ayyaana Cuuphaa hojiin dabarsaniif maaddii qoodan Ayana Dheressa Jan 19, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2018 (FMC) – Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen hojjettoota Ayyaana Cuuphaa hojiin dabarsaniif maaddii qoodaniiru. Aadde Adaanech Abeebeen ergaa…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee Itti aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaa Ayana Dheressa Jan 19, 2026 0 Ayyaana muul’annaafi dhiifamaa kan ta’e baga Ayyaana Cuuphaa Iyyesuus Kiristoosiin isin gahe. Cuuphaan Gondaritti adda. Dammaqinni, seena qabeessummaan, haalli kabaja isaa hundi…
Oduu biyya keessaa Sirni kabaja Ayyaana Cuuphaa hawwata tuurizimii magaalaa keenyaa ta’ee itti fufa- Kantiibaa Adaanech… Ayana Dheressa Jan 19, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2018 (FMC) – Sirni kabaja Ayyaana Cuuphaa hawwata tuurizimii magaalaa keenyaa ta’ee itti fufa jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen. Ayyaanni…