Oduu biyya keessaa Tola ooltummaa Gannaatiin manneen kumni 2 ol ni haaromfamu jedhame Sifen Megersa Jun 25, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) - Tola ooltummaa Gannaatiin manneen kumni 2 ol kan haaromfaman ta’uu Bulchiinsi magaalaa Finfinnee beeksiise. Tola ooltummaa Ganna…
Oduu biyya keessaa Hojiin Buqqaatota Godina Matakkal gara Qa’ee isaaniitti deebisuu fi ijaaruu hojjetamaa jiraachuu… Sifen Megersa Jun 25, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) - Hojiin Buqqaatota Godina Matakkal gara Qa’ee isaaniitti deebisuu fi ijaaruu hojjetamaa jiraachuu Humni Qindaawaan Buqqaatoota Deebisu…
Oduu biyya keessaa Qonnaan Bultoonni Godina Addaa Naannawaa Finfinnee oomisha bara kanaa Kilaasteraan oomishaa… Sifen Megersa Jun 25, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) - Qonnaan Bultonni Godina Addaa Naannawaa Finfinnee Aanaa Sulultaa oomisha qonna bara kana kilaastera oomisha jiraachuu himaniiru. Qonnaan…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Amboo barattoota kuma 3 fi 524 simachuuf qophiirra jira Obse Wakgari Jun 25, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Amboo barattoota kuma 3 fi 524 simatee barsiisuuf qophiirra jiraachuu ibseera. Daayrektaarri waajjira Reejistaraari Yuunvaarsiiticha…
Oduu biyya keessaa Waggaa tokkoffaa yaadannoo Art. Haacaluu Hundeessaaf Albeemni isaa yeroo lubbuun jiru hojjete akka… Obse Wakgari Jun 25, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC)- Waggaa tokkoffaa yaadannoo Artiist Hacaaluu Hundeessaaf Albeemni isaa yeroo lubbuun jiru hojjete akka eebifamu himame. Haacaaluun erga wareegamee…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Hasan Taajuun Kuweetiitti Ambaasaaddara Emireetoota Araba Gamtoomanii waliin mari’atan Sifen Megersa Jun 25, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) - Kuweetiitti ergamaan addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Hasan Taajuun Kuweetiitti Ambaasaaddara Emireetoota Araba Gamtoomanii Dooktar Maataar…
Idil Addunyaa Baankiin Addunyaa Sudaan Kibbaaf deeggarsa doolaraa miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 13 taasise Obse Wakgari Jun 25, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC)- Baankiin Addunyaa Sudaan Kibbaaf deeggarsa doolaraa miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 13 taasiseera. Deeggarsichi Sudaan Kibbaatti hanqina nyaata,…
Oduu biyya keessaa Yaadni murtoo muudama kaadhimamaa itti aanaa olaanaa Komishinaraa KMNI fi Komishinaroota biroo… Sifen Megersa Jun 25, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa yaada murtoo muudama kaadhimamaa itti aanaa olaanaa Komishinaraa Komishinii Mirga Namoomaa Ityoophiyaa fi…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti sagantaan tajaajila tola oltoota gannaa jalqabsiisuu gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Jun 25, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC)- Bara baajata 2013tti sagantaa tola oltoota bonaatin Birrii miiliyoona dhibba 8 fi miiliyoona 70 baraaruun danda’ameera. Magaalaa Finfinneetti…
Oduu biyya keessaa Manni Maree nageenyaa Sudaanii fi Gibsti marii sadee gaggeeffamu akka kabajan qooda isaa akka ba’u… Sifen Megersa Jun 25, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) - Ityoophiyaan Manni Maree Nageenyaa marii sadee Hidha Haaromsaa mariisiisummaa Gamtaa Afrikaan gaggeeffamu Sudaanii fi Gibsti akka kabajan qooda isaa…