Siidaa fi addabaabayii artiist Xilahuun Gassasee hojjechuuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) - Maqaa Dooktara Kabajaa artiist Xilahuun Gassaseen Siidaa fi addabaabayii hojjechuuf dhagaa bu'uuraa kaa'uu bulchiinsi magaalaa Finfinnee beeksiise.…