Oduu biyya keessaa Hora Harsadiitti giddugalli aadaa Oromoo ijaarramaa jira Obse Wakgari Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) –Magaalaa Bishooftuutti kan argamu Hora Harsadiitti giddugalli aadaa Oromoo ijaarramaa jira jedhame. Giddugalichi baasii Birrii miiliyoona 100…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan itti aanaa Komishinaraa Kimishinii Gamtaa Afrikaa yeroo hojii isaanii xummuran waliin… Sifen Megersa Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin itti aanaa Komishinaraa Komishinii gamtaa Afrikaa yeroo…
Oduu biyya keessaa Kaansarii fiixee gadaameessaa ittisuuf hundu ga’eesaa akka ba’uu waamichi dhiyaate Obse Wakgari Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Kaansarii fiixee gadaameesaa ittisuuf hundi ga’eesaa ba’uu akka qabu Biiroon Eegumsa Fayyaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee yaadachiise.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanoonni 354 Libaanoosii gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 354 Libaanoos magaalaa Beeruutii gara biyyaa deebi’aniiru. Dhaabbanni Eelmaa jedhamu Fandii Firiidam fi Waajjira Qoonsilaa…
Oduu biyya keessaa Buufanni konkolaataa magaalaa Roobee ji’a tokko keessatti xumuramuun tajaajjila akka kennu ibsame Wabi Fufa Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Godina Baalee Magaalaa Roobeetti buufanni konkolaataa baasii Birrii miiliyoona 200 fi miiliyoona 25 ijaaramaa jiru ji’a tokko keessatti xumuramuun…
Oduu biyya keessaa Seeraan ala daddabarfamaa kan turan rasaasoonni 380 to’ataman Obse Wakgari Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Seeraan ala daddabarfamaa kan turan rasaasoonni 380 to’atamaniiru. Rasaasoonni to’annaa jala oolan kunneen magaalaa Qobboo gara…
Ispoortii Koomishinii ispoortii naannoo Tigraayiin deeggaruuf sochiin eegale- Obbo Duubee Jiloo Obse Wakgari Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Koomishinii ispoortii naannoo Tigraayiin deeggaruu fi ispoortichaa iddoo duraan turetti deebisuuf kan dandeessisuu sochiin eegaluu Itti aanaan…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Nyaata Addunyaa naannoo Tigraayitti lammiilee deeggarsi barbaachiisuuf deeggarsa taasisuu… Obse Wakgari Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Daayreektarri olaanaan sagantaa nyaata addunyaa Deeviid Biisliin naannoo Tigraayitti lammiilee deeggarsi barbaachiisuuf deeggarsa taasisuu cimsee…
Oduu biyya keessaa Sagantaan fooyya’iinsa Ekisteenshinii Fayyaa ifoome Sifen Megersa Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Sagantaa fooyya’iinsa Ekisteenshinii Fayyaa…
Oduu biyya keessaa Oomishtootaa fi Shamattoota kallattiin walitti fuduuf hojiin eegalame cimee itti fufa – aadda… Sifen Megersa Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee gabaasa raawwii hojii baatiwwan jahaa Biiroo Barnootaa, Daldalaa fi Nageenyaa…