Godina Gujii aanaa Oddoo Shaakkisootti balaa ibiddaa muudateen miidhaan qaqqabe
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) - Godina Gujii Aanaa Oddoo Shaakkisoo magaalaa Magaaddootti balaa abiddaa dhaqabeen qabeenyi Birrii miliyoona 6 olittii tilmaamamu manca'uu…