Oduu biyya keessaa Giddugalli nyaata Tasfaa Birhaan 5ffaan hojii eegale Obse Wakgari Jun 22, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC)-Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee giddugala nyaata Tasfaa Birhaan 5ffaan eebbisiisun hojii eegalchiisaniiru. Aadde…
Oduu biyya keessaa Kutaa magaalaa Lidaatti bufaatalee garagaraatti bu’aan sagalee filannoo yeroo ifoomaa jira Obse Wakgari Jun 22, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC)- Kutaa magaalaa Finfinnee Lidaatti bufaatalee garagaraatti bu’aan sagalee filannoo yeroo ifoomaa jira Kutan magaalichaa naannoo filannoo lamaa fi…
Oduu biyya keessaa Aanaa Gommaa buufataa filannoo Dooktar Abiy itti dorgomanitti bu’aan sagalee filannoo yeroo ifoome Sifen Megersa Jun 22, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC) - Godina Jimmaa aanaa Gommaa buufataa filannoo Bashaahaa Sokoteetti bu’aan filannoo yeroo ifoomeera jedhame. Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Shaashamannee buufataalee filannootti bu’aan sagalee filannoo yeroo ifoomaa jira Sifen Megersa Jun 22, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC) - Magaalaa Shaashamannee buufataalee filannoo garaagaraatti bu’aan sagalee filannoo yeroo ifoomaa jiraachuu ibsame. Naannoo Filannoo…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Emireetoota Araba Gamtoomanitti daawwannaa taasiisaniiru Sifen Megersa Jun 22, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Emireetoora Araba Gamtoomaniitti daawwaannaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti sagantaan Ashaaraa Magariisaa biqiltuu dhaabuun ifaan eegalame Sifen Megersa Jun 22, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti sagantaan Ashaaraa Magariisaa biqiltuu dhaabuun ifaan eegalamuu ibsameera. Sagantaan Ashaaraa magariisaa ‘Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Aggaarootti filannoo booda sochiin idilee eegalamuu ibsame Sifen Megersa Jun 22, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC) - Magaalaa Aggaarootti sochiin sababa filannoon guyyaa kaleessaa dhaabbatee ture har’a eegalamuu ibsameera. Magaalichatti sababa…
Oduu biyya keessaa Mattuu fi Baalee Roobeetti buufataalee filannootti bu’aan filannoo maxxanfameera Sifen Megersa Jun 22, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC) – Magaalaa Mattuu fi Baalee Roobeetti buufataalee filannootti bu’aan filannoo yeroo ifoomaa jira jedhameera. Hawaasnis iddoolee bu’aan…
Oduu biyya keessaa Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti buufataalee filannootti bu’aan filannoo yeroo ifoomaa jira Sifen Megersa Jun 22, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti buufataalee filannootti bu’aan filannoo yeroo ifoomaa jiraachuu himameera.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Adaamaa buufataalee filannoo tokko tokkotti bu’aan filannoo yeroo maxxanfamaa jira Sifen Megersa Jun 22, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC) – Magaalaa Adaamaa buufataalee filannoo tokko tokkotti bu'aan filannoo yeroo maxxanfamaa jiraachuu ibsameera. Saanduqni filannoo buufataalee…