Oduu biyya keessaa Magaalaa Goondaritti sagalee lakkaa’uun eegalame Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Naannoo Amaaraa magaalaa Gondaritti naannoo filannoo 2 buufata filannoo ogummaaf teeknikaa 01 ganda Shiroo Meedaatti filannoon marsaa 6ffaan…
Oduu biyya keessaa Godina Arsii Lixaatti filannoon marsaa 6ffaan namoota sagalee laachuuf galmaa’an keessaa % 92… Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Godina Arsii Lixaattii filannoon marsaa 6ffaan gaggeeffamaa oole xumuramuu ibsameera. Buufatalee filannoo garagaraatti adeemsi…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti filannoo marsaa 6ffaa nagaan xumurame Obse Wakgari Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)-Godina Jimmaatti filannoo marsaa 6ffaa nagaan xumurameera. Godinichatti buufatalee filannoo kumni 1 fi 583 naannoolee filannoo 18 jalatti argaman…
Oduu biyya keessaa Naannoo filannoo Baraak Alaltuutti namoonni kumni 91 ol sagalee laataan Obse Wakgari Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)- Godina Addaa naannawaa Finfinnee Naannoo filannoo Baraak Alaltuutti namoonni kumni 91 fi 318 filannoo marsaa 6ffaaf sagalee laataaniiru. Naannoo…
Oduu biyya keessaa Kombolchaatti lakkawwiin sagalee eegale Obse Wakgari Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)- Magaalaa Kombolchaatti lakkawwiin sagalee eegalaniiru. Magaalichaatti naannoo filannoo Qaalluu 1ttiidha sagaleen lakka’aamuu kan eegalee. Haaluma…
Oduu biyya keessaa Dirree Dawaatti kenniinsi sagalee laachuu xumurame Obse Wakgari Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)-Bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaatti kenniinsi sagalee laachuu xumurameera. Magaalichaatti ganama sa’aatii 12 irraa eegalee adeemsii sagalee laachuu…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Asoosaatti namni dhuunfa kardii filannoo ciree adabame Obse Wakgari Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)-Naannoo Beenishangul Gumuuz magaalaa Asoosaatti namni dhuunfa kardii filannoo ciree maallaqaa wayita adabamuu bifuma wal fakkatuun namni dhuunfa biroon…
Oduu biyya keessaa Godina Baalee Bahaatti adeemsi sagalee laachuu filannoo marsaa 6ffaa xumuramuu himameera Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) - Godina Baalee Bahaatti adeemsi sagalee laachuu filannoo marsaa 6ffaa rakkoo tokko malee xumuramuu ibsameera. Ajajaan Qajeelcha Poolisii…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Dambii Doollootti filannoo marsaa 6ffaa nagaan xumuramu ibsame Obse Wakgari Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)-Godina Qellem Magaalaa Dambii Doollootti filannoo marsaa 6ffaa nagaan xumuraamu Qajeelchi Poolisii Godinicha beeksise. Barii sa'a 12 irraa eegaluun…
Oduu biyya keessaa Iddoolee sagalee laachuun itti xumurametti buufata cufuun sagalee lakkaa’uu eegaluun kan danda’amu… Sifen Megersa Jun 21, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalesaa iddoolee sagalee laachuun itti xumurametti buufata cufuun sagalee lakkaa’uu eegaluun kan danda’amu ta’uu…