Nageenya keenya eeggachaa filannoo filachuun barbaachisaadha – obbo Muusaa Adam
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Nageenya keenya eeggachaa filannoo filachuun barbaachisaa ta’uu Walitti qabaan Mana Maree Waloo Paartilee siyaasaa obbo Muusaa Adam himaniiru.…