Obbo Iristuu Yirdaawuu fi Dooktar Liyaa Taaddasaan filannoo marsaa 6ffaaf sagalee isaanii laatan
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Itti aanaan Preezdaantii Naannoo Kibbaa Obbo Irustuu Yirdaawuu fi Ministirri Ministeeraa Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan filannoo marsaa 6ffaaf…