Idil Addunyaa Tiraamp Waayit Haawus gadi lakkisuun ba’an Obse Wakgari Jan 20, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC)- Waggoota arfan darbaniitti Ameerikaa preezdaantumman bulchaa kan turan preezdaant Doonaald Tiraamp Waayit Haawus gadi lakkisuun heelikooptara waraanatin…
Oduu biyya keessaa Ergamtoonni dhaabbii biyyoota miseensa Gamtaa Afrikaa walga’ii idile 41ffaa gaggeessaa jira Obse Wakgari Jan 20, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC)- Ergamtoonni dhaabbii biyyoota miseensa Gamtaa Afrikaa walga’ii idile 41ffaa viidiyoo konfiraansiin gaggeessaa jira. Walgaa’ichi mata duree ‘ Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Boordiin Filannoo Biyyaalessaa paartilee siyaasa galmee isaanii seeraan xumuraan mallattoo Paartii… Wabi Fufa Jan 20, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC ) - Boordiin Filannoo Biyyaalessaa paartilee siyaasa galmee isaanii seeraan xumuraan mallattoo Paartii isaanii bakka bu’uu akka galchaan dhaame.…
Oduu biyya keessaa Sirni awwaalchaa Ambaasaaddar Dinbaruu Alamuu raawwatame Wabi Fufa Jan 20, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC ) - Sirni awwaalchaa Ambaasaaddar Dinbaruu Alamuu raawwatame. Sirni awwaalchaa Ambaasaaddar Dinbaruu Alamuu magaalaa Finfnee Kolfeee bakka awwalchaa…
Oduu biyya keessaa Waajjirri Muummee Ministira dhaabbilee proojektii ‘Maaddii Biyyaaf’ irratti hirmaachuun maallaqa… Obse Wakgari Jan 20, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC)- Waajjirri Muummee Ministira dhaabbilee proojektii ‘Maaddii Biyyaaf’ irratti hirmaachuun maallaqa galii taasisanii fi naga’ee erguun beeksisan…
Oduu biyya keessaa Koreen Dhaabbii Dhimma Qabeenya Uumaama Paarkii Biyyooleessa Hara Abijaataa, Shaallaa fi Daawoo… Wabi Fufa Jan 20, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC ) - Koreen Dhaabbii Dhimma Qabeenya Uumaama Paarkii Biyyooleessa Hara Abijaataa, Shaallaa fi Daawoo Kunuunsa Siinqallee daawwatan. Koreen kun Godina…
Oduu biyya keessaa Naannoo Afaaritti weerarri awwaannisaa irra deebiin muldhate Obse Wakgari Jan 20, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC ) - Naannoo Afaaritti weerarri awwaannisaa irra deebiin muldhate. Naannoo Afaaritti weerarri awwaannisaa irra deebiin muldhachuu Biiroon Qonnaa fi…
Oduu biyya keessaa Aanaa Jimmaa Horrootti jiraattoonni magaalaa Nuunnuu ABO Shanee balaaleffatan Obse Wakgari Jan 20, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC)- Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Jimmaa Horrootti jiraattoonni magaalaa Nuunnuu duula sakatta'iinsa ABO Shanee gaggeessuun balaaleffataniiru. Duula…
Oduu biyya keessaa Aanaa Ada’aa Bargaatti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun nama 1 darbe Obse Wakgari Jan 20, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC)- Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ada'aa Bargaa magaalaa Mugaritti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun nama 1 darbeera. Balichi magaalaa Mugar bakka Sulula…
Biiznasii Baatii Muddeetti galiin Birrii biiliyoonni 22 ol walitti qabame Obse Wakgari Jan 20, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC)- Baatii Muddeetti galiin Birrii biiliyoonni 22 ol walitti qabamuu Ministirri Ministeera Galiiwwanii obbo Laaqaa Ayyaalaw beeksisan. Obbo Laaqaa…