Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Booraanaa eebbifame Sifen Megersa Jun 11, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fi Ministirri Ministeera dhaabbilee Barnootaa olaanoo Dooktar Saamu'eel…
Fayyaa Vaayrasiin koroonaa gara Ityoophiyaa erga galee booda namoota miiliyoona 2 oliif qorannoon… Obse Wakgari Jun 11, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC)- Vaayrasiin koroonaa erga gara Ityoophiyaa galee waggaa 1 fi Baatiiwwan 5 keessaatti namoota miiliyoona 2 fi kuma dhibba 7 fi kuma 64 qorannoon taasifamuu…
Oduu biyya keessaa Godina Walaayittaatti ijaarsi Hidha Wayboo fi Proojektii Jallisii eegalame Sifen Megersa Jun 11, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) – Naannoo Kibbaa Godina Walaayittaatti ijaarsi Hidha Wayiboo fi Proojektiin Jallisii eegalameera. Proojektiin kun baasii Birrii biiliyoona 2.4n…
Oduu biyya keessaa Paarkiin Bashannanaa Piikook eebbifame Sifen Megersa Jun 11, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee Paarkii Bashannanaa ‘Zuu’ Piikook eebbisiisan. Sirna eebba Paarkii Zuu…
Oduu biyya keessaa Injinaar Silashii Baqqalaan xalayaa Dooktar Abiy Ahimad irra ergame preezdaant Ugaandaaf laatan Obse Wakgari Jun 11, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii Dooktar Injinaar Silashii Baqqalaan xalayaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad irra ergame…
Ispoortii Atileet Siifan Hasan irra deebiin rikkardii haaraa galmeessite Obse Wakgari Jun 11, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC)- Atileet Siifan Hasan irra deebiin riikardii haaraa galmeessitetti. Atileet Siifan Hasan fiigicha meetira 1500'n Filooreensitti gaggeeffameen daqiiqaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti Giddugaloonni Ispoortii Birrii biiliyoona 1 oliin ijaarraman eebbifaman Sifen Megersa Jun 11, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Giddugaloonni Ispoortii 51 baasii Birrii biiliyoona 1 oliin ijaarraman eebbifaman. Bulchiinsi…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa waliin mari’atan Sifen Megersa Jun 11, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) – Itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Waang…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faraahin Xaalaayaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad irraa ergame Muummee… Sifen Megersa Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) - Af Yaa'iin Mana Maree Federeeshinii obbo Adam Faraahi itti aantuu Af Yaa'ii Beeljiyeem waliin Braasilsitti haala waqtaawaa…
Oduu biyya keessaa Proojektiin humna Elektirikii naannoo Maqaleetti Birrii miiliyoona dhibba 4 oliin ijaarrame… Sifen Megersa Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) -Proojektiin humna Elektirikii naannoo Maqaleetti Birrii miiliyoona dhibba 4 fi miiliyoona 5 oliin ijaarrame Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Bulchiinsa Yeroo…