Preezdaant Shimallis godina Shawaa Kibba Lixaatti Mana barumsaa Ifa Boruu eebbisiisan
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan godina Shawaa Kibba Lixaa magaalaa Walisootti Mana barumsaa Ifa Boruu…