Oduu biyya keessaa Manni Barumsaa Goobanaa Buttaa Dabalee sadarkaa 1faan eebbifame Sifen Megersa Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) –Magaalaa Finfinneetti Manni Barumsaa Goobanaa Buttaa Dabalee sadarkaa 1ffaan ijoollee Qonnaan bultoota misoomaaf kaafamaniif ijaarrame…
Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Girmaa Amanateen durfamu Gamoo Waajjira Bulchiinsa Wallagga Lixa eebbisiise Obse Wakgari Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)- Jilli sadarkaa itti aanaa Preezdaantiitti qindeessaa Kilaastera misooma baadiyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu Gamoo Waajjira Bulchiinsa…
Fayyaa Naannoo Tigraayitti har’aa eegalee talaalliin dhibee Koleeraa ni laatama Sifen Megersa Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) – Naannoo Tigraayitti har’aa eegalee talaalliin dhibee Koleeraa kan laatamu ta’uu ibsameera. Talaallich lammiilee miiliyoona 2 kan…
Oduu biyya keessaa Ameerikaan naannoo Tigraayitti deeggarsa yeroo ariifachiisaf doolaara miiliyoona dhibba 1 fi… Obse Wakgari Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)- Dhaabbanni Deeggarsa Idil Addunyaa Ameerikaa naannoo Tigraayitti deeggarsa yeroo ariifachiisaaf kan ooluu Doolaaraa Ameerikaa miiliyoona dhibba 1 fi…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen sirna galii si’ataa taasisuu mallattaa’e Obse Wakgari Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)- Ministeerri Galiiwwanii waliigaltee sirna kaffaltoota gibiraa si’eessuu baankiiwwanii fi Eejansii Nageenya Odeeffaannoo waliin…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti Proojektoonni misoomaa Birrii miiliyoona 945 hojjetaman tajaajilaaf banaa… Sifen Megersa Jun 9, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2013 (FBC) - Godina Jimmaatti Proojektoonni misoomaa Birrii miiliyoona dhibba 9 fi miiliyoona 45 oliin hojjetaman tajaajilaaf banaa ta'uu bulchiinsi godinichaa…
Biiznasii Ministeerri Galiiwwanii adeemsa galii sassaabuu irratti baankoota dhuunfaa shan waliin waliigaltee… Sifen Megersa Jun 9, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2013 (FBC) – Ministeerri Galiiwwanii adeemsa galii sassaabuu irratti baankoota dhuunfaa shan waliin waliigaltee mallatesseera. Sirni galii sassaabuu karaa…
Oduu biyya keessaa Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon manneen barnootaa Ijaarsiisuun hojiilee hojjetaniif sagantaan… Sifen Megersa Jun 9, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2013 (FBC) – Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon manneen barnootaa Ijaarsiisuun hojiilee hojjetaniif sagantaan galateeffannaa qopheessummaa Ministeera Barnootaan…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Raashiyaan tumsa dhimmoota Odeeffannoo fi Tika Nageenyaarratti taasiisan cimsanii kan… Sifen Megersa Jun 9, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa fi Raashiyaan tumsa hunda galeessa dhimmoota Odeeffannoo fi Tika Nageenyaarratti taasiisan cimsanii kan itti fufan ta’uu ibsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayitti oomishaaleen nyaataa Birrii biiliyoona 5.4 olitti tilmaamaman raabsaman –… Sifen Megersa Jun 9, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2013 (FBC) – Naannoo Tigraayitti oomishaaleen nyaataa Birrii biiliyoona 5.4 olitti tilmaamaman raabsamuu Komishinarri Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa Biyyaalessaa…