Oduu biyya keessaa Magaalaan Faasiil Waancaa Priimayer Liigii bara 2013 fudhate Sifen Megersa May 22, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2013 (FBC) – Shaampiyoonaan Priimeyar Liigii Ityoophiyaa bara 2013 magaalaan Faasiil har’a magaalaa Hawaasaatti Waancaa fudhateera. Taphoota Beetkiingii…
Idil Addunyaa Naayijeeriyaatti balaa Xiyyaaraa qaqqabeen hogganaa waraanaa dabalatee qondaaltoonni 10 du’an Sifen Megersa May 22, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2013 (FBC) – Hogganaan waraanaa Naayijeeriyaa Leetnaat Jeneraal Ibraahiim Ataahiiruu balaa xiyyaaraa kaaba-lixa naannoo Kaaduunaatti mudateen lubbuun darbuu…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Tarcaatti ijaarsa Proojektii bishaan dhugaatii qulqulluuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame Sifen Megersa May 22, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2013 (FBC) – Naannoo Kibbaa Godina Daawuroo magaalaa Tarcaatti proojektii bishaan dhugaatii qulqulluu Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 5 ijaarramuuf dhagaan…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti sosochiin duula qulqullinaa marsaa 2ffaan eegalame Sifen Megersa May 22, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti sosochiin duula qulqullinaa marsaa 2ffaan eegalameera. Sagantichi baatii lamaaf kan turu yoo ta’u, ‘boo’iiwwan lolaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Dhaabbilee amantaalee Ityoophiyaa hundeeffamaa yaa’ii jalqabaa biyya alaatti gaggeesse Sifen Megersa May 22, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2013 (FBC) – Yaa’iin Dhaabbilee amantaalee Ityoophiyaa ijaarsa duudhaalee nageenyaa, tokkummaa fi walkabajuu cimsuuf hundeeffamaa yaa’ii jalqabaa Ameerikaatti…
Oduu biyya keessaa Kutaa magaalaa Qiirqoosiitti proojektoonni garaagaraa eebbifaman Sifen Megersa May 22, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2013 (FBC) –Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Qiirqoosiitti proojektoonni garaagaraa Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 46 fi kuma dhibba 6 fi kuma 88 oliin…
Waajabila Faanaa Jaappaanitti Konkolaachisaan baabura haalaan saffisu dhiisee mana fincaanii seene adabamuufi Sifen Megersa May 22, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2013 (FBC) – Jaappaaniitti konkolaachisaan baabura saffisa olaanaan imalaa jiru keessaa ba’uun mana fincaanii deeme adabamuufi. Kokolaachisaan yookiin…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii waloo siyaasaa Ityoo –Biraaziil 2ffaan gaggeeffame Sifen Megersa May 22, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2013 (FBC) – Waltajjiin marii waloo siyaasaa Ityoo –Biraaziil 2ffaan gaggeeffameera. Ministir Deettaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan…
Oduu biyya keessaa Sagantaa Ashaaraaa Magariisaa marsaa 3ffaa ilaalchisee miseensota hawaasa dippiloomaasiif ibsi… Sifen Megersa May 21, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2013 (FBC) - Sagantaa Ashaaraaa Magariisaa marsaa 3ffaa ilaalchisee miseensota hawaasa dippiloomaasii teessoo isaanii Ityoophiyaa taasiisaniif ibsi laatameera.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Adaamaatti namni dhuunfaan sanadoota sobaa qopheessaa ture to’atame Sifen Megersa May 21, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2013 (FBC) - Magaalaa Adaamaatti namni dhuunfaan sanadoota sobaa garaagaraa qopheessurratti bobba'ee hojjetaa ture to'atamuu Waajjirri Poolisii godina Shawaa Bahaa…