Duula Ashaaraa Magariisaa Oromiyaatti guyyaa boruu gaggeeffamuuf qophiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Adooleessa 5, 2013 (FBC) – Oromiyatti guyyaa boruu biqiltuu miiliyoona dhibba 3 fi miilyoona 50 ol duulaan dhaabuuf qophiin xumuramuu ibsameera.
Sadarkaa itti aanaa…