Idil Addunyaa Preezdaant Museeveeniin sirna waadaa galuu raawwatan Sifen Megersa May 12, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Ugaandaa Yoweerii Kaaguutaa Museeveeniin waggoota itti aanaan jahaaf Ugaandaa bulchuuf har’a ifatti sirna waadaa galuu raawwataniiru.…
Ispoortii Jimmaa Abbaa Jifaarii fi Magaalaan Adaamaa gara Liigii olaanootti bu’uu isaanii mirkanaa’e Sifen Megersa May 12, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) – Kilaboonni Oromiyaa Jimmaa Abbaa Jifaarii fi Magaalaan Adaamaa Priimeyar Liigii Ityoophiyaa keessa gara liigii olaanootti bu’uu isaanii mirkanaa’eera.…
Oduu biyya keessaa Gochaa gaariin wayita baatii Ramadaanaa muul’atu yeroo hunda cimee itti fufuu qaba –… Sifen Megersa May 12, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) – Preezdaantoonni naannolee ayyaana Iid Al Faxirii waggaa 1442ffaaf kabajamuu sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsaniiru. Preezdaantiin…
Oduu biyya keessaa Naannoo Harariitti waggoota 110niin dura Qoonsilaa Turkii kan ture giddugala Aadaa Turkii ta’uun… Sifen Megersa May 12, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) – Naannoo Harariitti waggoota 110niin dura Qoonsilaa Turkii kan ture giddugala Aadaa Turkii ta’uun banamuu ibsame. Naannichatti Qoonsilaa Ootumaan…
Oduu biyya keessaa Ijaarsa Proojektii Misooma Jallisii 6f fooyya’iinsi qorannoo fi Dizzaayinii hojjetamaa jiraachuu… Sifen Megersa May 12, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) – Proojektoota Misooma Jallisii 6 baasii Birrii miiliyoona 53 ijaarramaniif fooyya’iinsa Qorannoo fi Dizzaayinii hojjetamaa jiraachuu Komishiniin…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Ugaandaa galan Sifen Megersa May 12, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen sirna waadaa galuu Preezdaantii Ugaandaa Yooweerii Kaaguutaa Museeveeniirratti hirmaachuuf Ugaandaa galaniiru.…
Oduu biyya keessaa Barattoota qabxii olaanaa galmeeessaniif sagantaan beekkamtii laachuu gaggeeffame Sifen Megersa May 12, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) – Barattoota akka naannoo Oromiyaatti qabxii olaanaa galmeessaniif sagantaan beekamtii kennuu geggeeffameera. Sagantaan beekamtii kennuu…
Oduu biyya keessaa Duudhaa fi safuu akka ummataatti qabnu wantota gaaffii keessa galchan qolachuufi hawaasa bal’aa… Sifen Megersa May 12, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) – Af yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoon Ayyaana Iid Al-faxiir 1442ffaa sababeeffachuun hordoftootaa amantaa Islaamaaf ergaa baga…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Iid Al faxirii sababeeffachuun boru ganama Madfiin si’a sagal ni dhukaafama jedhame Sifen Megersa May 12, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) –Ayyaana Iid Al faxirii waggaa 1442ffaa guyyaa boruu kabajamu sababeeffachuun ganama 12:00 irratti Madfiin si’a sagal kan dhukaafamu ta’uu…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Afxiraa karaa nagaan xummuramuu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksiise Sifen Megersa May 11, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) - Sagantaan Afxiraa daandirratti sirna hoo'aan gaggeeffame karaa nagaan xummuramuu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksiiseera. Saganticharratti…