Ayyaanni Iid Al Faxirii godinaalee fi magaaloota Oromiyaa garaagaraa keessatti kabajame
Finfinnee, Caamsaa 5, 2013 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Faxirii waggaa 1442ffaan godinaalee fi magaaloota Oromiyaa garaagaraa keessatti sirna hoo’aa ta’een kabajameera.
Ayyaannichi…