Karaa seeraan alaa daddabarfamaa kan ture rasaasni kumni 4 fi 600 ol to’anna jala oole
Finfinnee, Amajjii 10. 2013 (FBC)- Karaa seeraan alaa daddabarfamaa kan ture rasaasni kumni 4 fi 600 ol to’annaa jala ooleera.
Rasaasni kunneen guyyaa kaleessaa magaalaa Maqaleerraa gara…