Filannoon gaggeeffame haqa qabeessaa fi diimookiraatawaa ture – Waldaalee Siivilii Oromiyaa
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC) - Filannoon gaggeeffame haqa qabeessa, diimookiraatawaa fi hawaasa biratti fudhatama qabaachuu Waldaaleen Siivilii Oromiyaa Beeksise.…