Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa 295 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Apr 21, 2021 0 Finfinnee, Eebila 13, 2013 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa 295 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyyaa deebi’aniiru. Ministeera Dhimma Alaatti bakka bu’aan…
Oduu biyya keessaa Sosochiin galii walitti qabuu Hidha Haaromsaa magaalaa Finfinneetti eegalame Sifen Megersa Apr 21, 2021 0 Finfinnee, Eebila 13, 2013 (FBC) - Sosochiin galii walitti qabuu Hidha Haaromsaa magaalaa Finfinneetti eegalameera. ‘Hidhaan Haaromsaa mallattoo tokkummaa fi birmadummaa…
Oduu biyya keessaa Naannooleen Kibbaa fi Sidaamaa filannoo marsaa 6ffaa gaggeeffamu demokiraasii fi nagaan akka… Wabi Fufa Apr 21, 2021 0 Finfinnee, Eebla 13, 2013 (FBC)- Naannooleen Kibbaa fi Sidaamaa filannoo marsaa 6ffaa gaggeeffamu demokiraasii fi nagaan akka xumuramuuf hojjechaa jiraachuu ibsaniiru. Itti Aanaa…
Oduu biyya keessaa Sudaan loltoota Ityoophiyaa 61 erga uggurtee gadi lakkifte jechuun odeeffannoon tibbana tatamsa’aa… Sifen Megersa Apr 21, 2021 0 Finfinnee, Eebila 13, 2013 (FBC) – Waldhabdee daangaa Ityoo – Sudaan ilaalchisee Ityoophiyaan karaa nagaan furmaata akka argatu dursa laachuun hojjechaa jiraachuu Dubbii Himaan…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa riifoormii dhaabbatummaa gaggeessaa jiraachuu ibse Sifen Megersa Apr 21, 2021 0 Finfinnee, Eebila 13, 2013 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii ergama heera mootummaa ga’umsaan ba’uuf jijjiirrama dhaabbatummaa gaggeessaa jiraachuu beeksiseera. Riifoormii…
Ispoortii Kilabiin Kubbaa Miilaa Raayyaa Ittisaa gara Priimeyar Liigiitti guddachuu mirkaneeffate Sifen Megersa Apr 21, 2021 0 Finfinnee, Eebila 13, 2013 (FBC) – Kilabiin Kubbaa Miilaa Raayyaa Ittisaa gara Priimeyar Liigiitti guddachuu mirkaneeffateera. Liigii olaanoo biyyaalessaa ramaaddii ‘A’…
Oduu biyya keessaa Waldhabdee fi harkifachuu marii Hidha Haaromsaarratti walga’iin akka waamamu Ityoophiyaan yaada… Sifen Megersa Apr 21, 2021 0 Finfinnee, Eebila 13, 2013 (FBC) – Waldhabdee fi harkifachuu marii Hidha Haaromsaarratti walga’iin akka waamamu Ityoophiyaan Gamtaa Afrikaatti Biiroo Yaa’ii Hoggantootaaf yaada…
Fayyaa Qorichoonni rakkoo fayyaa qaqqabsiisan seeraan ala raabsamaa jiraachuu ibsame Sifen Megersa Apr 21, 2021 0 Finfinnee, Eebila 13, 2013 (FBC) – Qorichoonni rakkoo fayyaa olaanaa qaqqabsiisuu danda’an seeraan ala raabsamaa jiraachuu Abbaan Taayitaa To’annoo Nyaataa fi Qorichaa Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu proojektoota misoomaa magaalaa Naqamtee daawwataa jira Sifen Megersa Apr 21, 2021 0 Finfinnee, Eebila 13, 2013 (FBC) – Jilli sadarkaa itti aanaa Preezdaantiitti qindeessaa Kilaaster misooma baadiyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu proojektoota misoomaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti sa’aatii 24 darbetti lubbuun namoota 47 vaayrasii koroonaan darbe Sifen Megersa Apr 20, 2021 0 Finfinnee, Eebila 12, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,524 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 47 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…