Oduu biyya keessaa Dhaabbileen Barnoota Olaanoo Barattoota Isaanii Ebbisiisan Wabi Fufa Jan 17, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2013 (FBC ) – Yuunivarsiitiin Asoosaa Fi Maqdallaa Ambaa Barattoota Damee Gara Garaan Barnoota Isaanii Hordofaa Turan Guyyaa Har’aa Eebbisiiseera.…
Oduu biyya keessaa Obbo Ristuu Yirdaaw Godina Guraageetti projaktii jallisii giddu galeessaa Kareb ijaarmaa jiru… Wabi Fufa Jan 17, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2013 (FBC ) – Obbo Ristuu Yirdaaw Godina Guraageetti projaktii jallisii giddu galeessaa Kareb ijaarmaa jiru daawwatan. Itti Aanaa Preezdaantii Naannoo Kibbaa,…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebee abbootii amantaa garagaraa waliin ta’uun bakka taaboonni bulu… Wabi Fufa Jan 17, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2013 (FBC ) - Itti Aantuu Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee abbootii amantaa garagaraa waliin ta'uun bakka taaboonni bulu…
Oduu biyya keessaa Tarminaalli hunda galeessi tursa Horii gaanfaa Dooraalee eebbifame Sifen Megersa Jan 16, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC) - Tarminaalli hunda galeessi tursa Horii gaanfaa Dooraalee eebbifamuu ibsame. Buufanni Ityoophiyaa fi Jibuutiin eebbisiisaan kun dhiyeessii nageenyummaan…
Oduu biyya keessaa Juuntaan dargaggoota, hayyootaa fi namoota bebbeekkamoo Oromoo hunda kan nyaateedha – obbo… Sifen Megersa Jan 16, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC) - Ijaarsa Ityoophiyaa hunda galeessaaf mootummaan naannoo Oromiyaa mootummaa Federaalaa waliin ta'uun tumsaan ni hojjeta jedhan preezdaantiin naannoo…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 446 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Jan 16, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 446 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 6 darbeera. Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Oduu biyya keessaa Qonna ammayyaa magaalaa babal’isuuf kuduraa fi Muddirri lafa dhiphaarratti hojjetaman… Sifen Megersa Jan 16, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC) - Qonna ammayyaa magaalaa babal'isuuf kuduraa fi Muddirri lafa dhiphaarratti hojjetaman murteessaa ta'uu itti aantuu Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Nageenyaa fi Yuunvarsiitiin Jigjigaa qorannoo furmaata rakkoo ta’an gaggeessuuf… Sifen Megersa Jan 16, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC) - Ministeerri Nageenyaa fi Yuunvarsiitiin Jigjigaa qorannoo furmaata rakkoo ta'an gaggeessuuf sanada walii galtee mallatteessan. Waliigaltichi rakkoolee…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni mootummaa Paarkii Indaastirii qindeessa oomisha qonnaa Yirgaalem daawwatan Sifen Megersa Jan 16, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC) - Hoggantoonni mootummaa Paarkii Indaastirii qindoomaa qindeessa oomisha qonnaa Yirgaalem daawwataniiru. Daawwanicharratti preezdaantii naannoo Sidaamaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Kataraa fi Cuuphaa wayita kabajamuu ofeeggannoo Covid- 19f taasifamuu hojiirra oolchuun… Obse Wakgari Jan 16, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC)- Ayyaanni Kataraa fi Cuuphaa wayita kabajamuu ofeeggannoo Covid- 19f taasifamuu hojiirra oolchuun kabajamuu qaba jedhame. Hordoftoonni amantaa…