Namoonni dhuunfaan Rasaasa Kilaash Koovii kuma 6 fi 74 seeraan ala imalchiisaa turan too’ataman
Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC) – Naannoo Amaaraa Godina Walloo Kibbaa aanaa Warra Baabbootti namoonni dhuunfaan lama Rasaasa Kilaash Koovii kuma 6 fi 74 seeraan ala Gaalaan imalchiisaa…