Ispoortii Joozee Morinihoon leenisummaa Tootanihaamirraa gaggeeffaman Sifen Megersa Apr 19, 2021 0 Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC) – Leenjisaan Tootanihaam Joosee Morinihoon hojii isaaniirra gaggeeffamaniiru. Kilabichi tibbana qabxii gadi aanaa galmeessisuu isaa hordofee…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Gilgal Balasitti namni rasaasa 450 ol shiftaadhaaf kennaa ture to’atame Wabi Fufa Apr 19, 2021 0 Finfinnee, Eebla 11, 2013 (FBC)-Naannoo Beenishaanguul Gumuuz Magaalaa Gilgal Balasitti namni rasaasa kilaashii fi bireenii 450 ol shiftaadhaaf kennaa ture to’atameera. Namni kun…
Idil Addunyaa Raashiyaan Dippiloomatoota Rippaabliika Cheekii 20 ariite Sifen Megersa Apr 19, 2021 0 Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC) – Cheek Sanbata darbe dippiloomatoota Raashiyaa 18 arii’uushee hordofee Raashiyaanis dippiloomatoota Rippaabiliika Cheek 20 arii’uun deebii…
Fayyaa Dhagaan bu’uuraa ijaarsa giddugala yaala dhibee Kaansarii IGAD Finfinneetti kaa’ame Sifen Megersa Apr 19, 2021 0 Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC) – Mootummoonni Misoomaa Baha Afrikaa dhagaa bu’uuraa giddugala yaala dhibee Kaansarii naannichaa Finfinneetti kaa’’eera. Giddugalli kun Doolaara…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Sabbataatti Sooma Ramadaanaa sababeeffachuun deeggarsi harka qalleeyyiif taasifame Obse Wakgari Apr 19, 2021 0 Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Sabbataatti Sooma Ramadaanaa sababeeffachuun deeggarsi meeshaalee nyaata harka qalleeyyiif taasifameera. Abbaan Qabeenya Hajii…
Oduu biyya keessaa Hindi Ityoophiyaa Godina Hadiyyaattii hojiiwwan misoomaa hojjetaman ni deeggarti – Ambaasaaddar… Wabi Fufa Apr 19, 2021 0 Finfinnee, Eebla 11, 2013 (FBC)- Hindi Ityoophiyaa Godina Hadiyyaattii hojiiwwan misoomaa hojjetaman akka deeggartu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Hindii Ambaasaaddar Roobarti…
Fayyaa Yuunvarsiitiin Jimmaa namoota rakkoo dhageetti qabaniif tajaajila wal’aansaa bilisaan laate Obse Wakgari Apr 19, 2021 0 Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Jimmaa namoota rakkoo dhageetti qabaniif tajaajila wal’aansaa bilisaan laateera. Tajaajilli wal'aansa kun namoota rakkoo dhageettii…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach hojiilee misooma Hawaasaa Hospitaalli Waliigalaa Siilk Rood hojjechaa jiru… Sifen Megersa Apr 19, 2021 0 Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanachi Abeebee hojiilee misooma Hawaasaa Hospitaalli Waliigalaa Siilk Rood hawaasa naannoof…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 67 olitti tilmaamamu to’annaa jala oole Obse Wakgari Apr 19, 2021 0 Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC)- Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 67 fi kumni dhibbi 1 fi kumni 95tti tilmaamamu to’annaa jala oolu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.…
Oduu biyya keessaa Qaamolee iddoolee garaagarraatti ummatta nagaa waliitti buusuuf shira xaxaa jiranirratti tarkaanfiin… Sifen Megersa Apr 18, 2021 0 Finfinnee, Eebila 10, 2013 (FBC) - Qaamolee iddoolee garaagarraatti ummatta nagaa walitti buusuuf shira xaxaa jiranirratti tarkaanfii fudhachuu eegaluu Ministeerri Raayyaa Ittisaa Biyyaa…