Idil Addunyaa Indooneezhiyaatti sigiga lafaa muudateen miidhaan qaqqabe Sifen Megersa Jan 11, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) - Indooneezhiyaatti sigiga lafaa muudateen lubbuun namoota 12 yoo darbu namoonni hedduun lafa jalatti awwaallamuu ibsame. Indooneezhiyaa, Jaavaa gara…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoota dabalataa 524 irratti vaayrasiin koroonaa yoo argamu, 79 dandamatan Wabi Fufa Jan 11, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Ityoophiyaatti namoota dabalataa 524 irratti vaayrasiin koroonaa yoo argamu, 79 dandamataniiru. Ministeerri Fayyaa akka beeksisetti qorannaa…
Oduu biyya keessaa Koreewwan dhaabbii Caffee godinaalee Oromiyaa saddeet , aanaalee fi magaalota 24 keessatti argamu… Wabi Fufa Jan 11, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Koreewwan dhaabbii Caffee godinaalee Oromiyaa saddeet , aanaalee fi magaalota 24 keessatti argamuun Amajjii 03,2013 irraa eegalee daawwannaa hojii dirree…
Oduu biyya keessaa Sudaan itti gaafatamni dabalataa ogeeyyiif laatamu qophaaú malee mariin hin gaggeeffamu ejjennoo… Wabi Fufa Jan 11, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Sudaan itti gaafatamni dabalataa ogeeyyiif laatamu qophaaú malee mariin hin gaggeeffamu ejjennoo jedhu qabachuun ishee ibsame. Ministiroonni dhimma…
Oduu biyya keessaa Obbo Aabbaay Walduu fi Dooktar Abrahaam toánnoo jala yoo oolan, raayyaa ittisaarratti tarkaanfiin… Wabi Fufa Jan 11, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Obbo Aabbaay Walduu fi Dooktar Abrahaam toánnoo jala yoo oolan, raayyaa ittisaarratti tarkaanfiin akka fudhatamu kan godhan irratti tarkaanfiin…
Oduu biyya keessaa Rakkoo nageenyaa godina Matakkalitti muudatee furuuf ilaalacharratti hojiin baldhaan hojjetamuu akka… Obse Wakgari Jan 10, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Rakkoo nageenyaa godina Matakkalitti muudatee furuuf ilaalacharratti hojiin baldhaan hojjetamu akka qabu jiraattoonni naannicha yaadachisaan. Koreen…
Ispoortii Sochiin Ispoortii qaama marsaa 3ffaan sadarkaa magaalaatti gaggeeffame Obse Wakgari Jan 10, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Sochiin Ispoortii qaama marsaa 3ffaan mata duree “nageenya biyya kiyyaaf nan dhaabbadhaa,Raayyaa Ittisa Biyyaaf dursa nan kennaa,” jedhuun qopheessummaa…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii waggaa 4ffaa ‘UNESCO’tti galmaa’uu Sirni Gadaa xumurame Obse Wakgari Jan 10, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Waltajjiin marii waggaa 4ffaa 'UNESCO'tti galmaa'uu Sirni Gadaa xumurameera. Waltajjiin marii waggaa 4ffaa 'UNESCO'tti galmaa'uu sirnichaa…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Dhaabaa Dabaleen durfamu aanaa Gursuumitti hojii misooma sululaa eegalchiisan Obse Wakgari Jan 10, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa obbo Dhaabaa Dabalee durfamu godina Harargee Bahaa aanaa Gursum Araddaa Odaa Oromiyaatti hojii…
Oduu biyya keessaa Manni Maree naannoo Gambeellaa yaa’ii ariifachiisa 5ffaa gaggeessa jira Obse Wakgari Jan 10, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Manni Maree naannoo Gambeellaa yaa’ii ariifachiisa 5ffaa gaggeessa jira. Af-yaa’iin Mana Maree Naannoo Gambeellaa obbo Juul Naangaal haasaawa…