Oduu biyya keessaa Warshaan Aannanii Laamee Diyaarii jedhamu eebbifame Sifen Megersa Apr 10, 2021 0 Finfinnee, Eebila 2, 2013 (FBC) - Preezdaantiin Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fi Itti aantuu Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee Warshaa Aannanii Laamee Diyaarii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan Guutiinsi Bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan osoo hin eegalamin dura… Sifen Megersa Apr 10, 2021 0 Finfinnee, Eebila 2, 2013 (FBC) - Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii Dooktar Injiinar Silashii Baqqaalaan Guutiinsi Bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan osoo hin eegalamin…
Oduu biyya keessaa Lammiilee Ityoophiyaa 300 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’an Sifen Megersa Apr 10, 2021 0 Finfinnee, Eebila 2,, 2013 (FBC) – Lammiilee Ityoophiyaa 300 Saa’ud Arabiyaa Magaalaa Jiddaarraa gara biyyaatti deebi’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise. Bakka bu’aan Daayreektara…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy ijaarsa proojektii gidduugala yaalaa Roohaaf Dhagaa Bu’uuraa kaa’aan Sifen Megersa Apr 10, 2021 0 Finfinnee, Eebila 2, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa proojektii gidduugala yaalaa Roohaaf Dhagaa Bu'uuraa kaa'aaniiru. Proojektiin guddaan kun magaalaa…
Ispoortii Sifen Megersa Apr 9, 2021 0 Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee17ffaa har’a gaggeeffameen Magaalaan Adaamaa injifatame Finfinnee, Eebila 1, 2013 (FBC) - Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii…
Vaayrasiikoroonaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,851 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Apr 9, 2021 0 Finfinnee, Eebila 1, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 2,121 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 33 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Ergamaa Addaa Gamtaa Awurooppaa Piikaa Haviistoo waliin mari’atan Wabi Fufa Apr 9, 2021 0 Finfinnee, Eebla 1, 2013 (FBC)- Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin Ergamaa Addaa Gamtaa Awurooppaa Piikaa Haviistoo waliin…
Oduu biyya keessaa Manni murtichaa Obbo Jawaar Mahaammadfaarratti ragaan abbaa alangaa dhaddacha banaan akka… Wabi Fufa Apr 9, 2021 0 Finfinnee, Eebla 1, 2013 (FBC)- Manni murtichaa Obbo Jawaar Mahaammadfaarratti ragaan abbaa alangaa dhaddacha banaan akka dhagahamuuf murtoo laatame dhorke. Dhorkicha kan kaahe…
Ispoortii Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee16ffaa har’a gaggeeffameen Magaalaan Walqixxee… Wabi Fufa Apr 9, 2021 0 Finfinnee, Eebla 1, 2013 (FBC)- Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee16ffaa har’a gaggeeffameen Magaalaan Walqixxee Magaalaa Dirree Dawaan injifatameera.…
Oduu biyya keessaa Raashiyaan xiyyaarri daandii qilleensa Ityoophiyaa meeshaa fe’u naannoo qilleensa saaybeeriyaa akka… Wabi Fufa Apr 9, 2021 0 Finfinnee, Eebla 1, 2013 (FBC)- Raashiyaan xiyyaaraa daandii qilleensa Ityoophiyaa meeshaa fe’u naannoo qilleensa saaybeeriyaa akka balali’uuf eeyyama laachuu Ityoophiyaatti Imbaasiin…