Oduu biyya keessaa Galmeen filattoottaa filannoo majilisaa Adoolessa 13 xumurama Ayana Dheressa Jul 16, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2017 (FMC)- Galmeen filattootaa filannoo majiliisa Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Adoolessa 13 xumurama. Walitti qabaan Boordii…
Oduu biyya keessaa Hoggantonnii fi Miseensonni Raayyaa Ittisaa Biqiltu Ashaaraa Magariisaa dhaaban Ayana Dheressa Jul 16, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2017 (FMC)- Hoggantonni fi Miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa biqiltuu Ashaaraa magariisa dhaaban. Itaamaajoor Shumiin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiildi Maarshaal…
Oduu biyya keessaa Qulqullina Bunaa dabaluun diinagdee biyyaa utubuuf hojjetamaa jira-Obbo Geetuu Gammachuu Ayana Dheressa Jul 16, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2017 (FMC)- Oomishtummaa fi qulqullina oomisha bunaa dabaluun dinagdee biyyaa utubuuf hojjetamaa jira jedhan Hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa obbo Geetuu Gammachuun.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Dirre Dhawaatti sosochiin “Itiyoophiyaan Haa Oomishtuu” bu’aa jajjabeessaa… Ayana Dheressa Jul 16, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2017(FMC)- Magaalaa Dirre Dhawaatti sosochiin "Itiyoophiyaan Haa Oomishtuu" bu’aa jajjabeessaa argamsiiseera jedhan Itti aanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa…
Oduu biyya keessaa Qorannoo raawwii hojii Paartiifi Mootummaa bara 2017’fi boqonnaa qophii karoora bara hojii 2018… Sifen Megersa Jul 15, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC) - Qorannoo raawwii hojii Paartiifi Mootummaa bara 2017’fi boqonnaa qophii bara hojii 2018 guyyoota darbaniif gaggeeffamaa turre milkiin xumuramuu…
Biiznasii Daandiin Qilleensichaa gara Abu Daabiitti balallii haaraa eegale Sifen Megersa Jul 15, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC) - Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa gara Emireetoota Araba Gamtoomanii magaalaa Abu Daabiitti balallii haaraa eegale. Balalliin kun bakka walitti qabaan…
Oduu biyya keessaa Miseensonni IS ergama Shororkeessummaaf qophaa’an 82 to’ataman Sifen Megersa Jul 15, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC) - Miseensonni IS ergama Shororkeessummaaf qophaa'an 82 to'ataman jedhe Tajaajilli Odeeffannoo fi nageenya biyyaalessaa. IS Puuntilaandi keessa socho'u…
Idil Addunyaa Kooloo Tureen Itti Aanaa leenjisaa Maanchiister Siitii ta’e Sifen Megersa Jul 15, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC) – Lammiin Ayivooriikoosti taphataan sarara Ittisaa duraanii Maanchiister Siitii Kooloo Tureen Itti Aanaa leenjisaa Maanchiister Siitii ta’e. Kooloo…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Ashaaraa magariisaa birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf mala tokko – Awwal Aarbaa Sifen Megersa Jul 15, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC) – Sagantaan Ashaaraa magariisaa madaala uumamaa eeguun birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf mala tokko jedhan Pireezidaantiin Naannoo Afaar obbo Awwal…
Ispoortii Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaan Dambi Doolloon Donboskoo Adwaa injifate Sifen Megersa Jul 15, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaa tapha 3ffaan Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa Dambi Doolloo galchii 4 fi 0n Donboskoo Adwaa injifate.…