Dhaabbileen lamaan Afrikaatti manneen barnootaa akka banaman waamicha dhiyeessan
Finfinnee, Hagayyaa 15, 2012 (FBC) – Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa fi Fandiin Daa'immanii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Afrikaatti manneen barnootaa akka banaman waamicha dhiyeessan.…