Oduu biyya keessaa Feestivaalli aadaa sadarkaa magaalaa 12ffaan baname Obse Wakgari Mar 19, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC)- Feestivaallii aadaa sadarkaa magaalaa 12ffaan banameera. Feestivaalichi mata duree ‘aadaa nageenyaa fi tokkummaa uummataaf’ jedhuun kabajamaa…
Idil Addunyaa Saamiyaa Suuluuhuun har’a Preezdaantii Taanzaaniyaa ta’uun kakuu ni raawwatu Sifen Megersa Mar 19, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) - Itti aantuu Preezdaantii Taanzaaniyaa kan turan Saamiyaa Suuluuhuun har’a Preezdaantii Taanzaaniyaa ta’uun kakuu ni raawwatu jedhame.…
Oduu biyya keessaa Lammiilee fi dhalattoonni Ityoophiyaa Awustaraaliyaa jiraatan hiriira ba’an Obse Wakgari Mar 19, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC)- Lammiilee fi dhalattoonni Ityoophiyaa Awustaraaliyaa jiraatan humnoota Ityoophiyaarratti dhiibbaa uumuuf yaalaan mormuun hiriira ba’aniiru. Lammeen…
Biiznasii Baankiin Intarnaashinaalii Oromiyaa fi Komiishiniin Tuurizimii Oromiyaa waliigaltee hojii… Sifen Megersa Mar 19, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) - Baankiin Intarnaashinaalii Oromiyaa fi Komiishiniin Tuurizimii Oromiyaa waliigaltee hojii waliin hojjechuu mallatteessaniiru. Itti…
Oduu biyya keessaa Ameerikaan lammiilee naannoo Tigaayiif Doolaara miiliyoona 52 deeggarsa taasiifte Sifen Megersa Mar 19, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) – Ameerikaan deeggarsa namoomaa lammiilee naannoo Tigyaayiif kan oolu Doolaara miilyoona 52 deeggarsa taasiisuu beeksiifte. Ityoophiyaatti Imbaasiin…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq boqachuu Preezdaantii Taanzaaniyaatti gadda itti dhaga’ame ibsan Sifen Megersa Mar 19, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen boqachuu Preezdaantii Taanzaaniyaa Joon Maaguufuuliiniitti gadda itti dhaga'ame ibsaniiru. Preezdaant…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq gita isaanii Jarman waliin mari’atan Sifen Megersa Mar 19, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen gita isaanii Jarman Firaank Waaltar Istaayinmaayer waliin mari'ataniiru. Preezdaant Saahilawarq gita isaanii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 2,057 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Mar 19, 2021 0 Finfinnee,Bitootessa 9 ,2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 2,057 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 10 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Afrikaan nagaa fi tasgabbii addunyaaf qooda ishee ba’achaa jirti – Obbo Dammaqaa Makonniin Sifen Megersa Mar 18, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin waltajjii Mana Maree Nageenyaa fi Tasgabbii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Gamtaan Awurooppaa tumsa yeroo itti aanuu waliin qabaatan ilaalchisee marii taasiisan Sifen Megersa Mar 18, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa fi Gamtaan Awurooppaa tumsa bara Faranjootaa 2021 hanga 2027 waliin qabaatan ilaalchisee sanada qophaa’erratti har’a Ministeera…